Obsa Abdisa

Obsa Abdisa Oromummaa, Namummaa, Qajeelummaa, Gara-laafummaa, Haqa, Dhugaa,...

07/08/2026
18/06/2026

GadaaπŸ–€β€οΈπŸ€

12/06/2026

Tiyaatirri Saddeetaa torbee torbeedhaan
Dilbata sa'aatii 8 irratti agarsiifaamaa jira. Yoo tokkicha daawwattan jaallattanii torbanoota
itti aananis irra deeddeebiin daawwachuun
keessan waan hin oolledha.

14/05/2026

Sedo Martial Art α‹­α‰…αŠ¨αŠ“αˆ…πŸ™

08/05/2026

Fayyaa guutuutti deebitee si arguun hedduu na gammachiiseera!

07/05/2026

Dargaggeessi carraa argatu kamittiyyuu yoo dammaqinaan fayyadame jireenya isaa jijjiiruu ni danda'a!

05/05/2026

Finfinneetti; Eebba Siidaa Hachalu Hundessa πŸ–€β€οΈπŸ€

04/05/2026

α‰ α‰΅αŒ‹α‰΅ αŠ¨αˆ˜αˆ΅αˆ«α‰΅ αŠ αˆαŒααŒˆαˆ… α‹¨αˆ›α‰³α‹α‰€α‹ Lij Yared αˆαŒ… α‹«αˆ¬α‹Ά መልካም αˆ˜αˆ†αŠ‘αŠ• αŠ αˆαŠαˆ… α‹‹αŒ‹ α‰ αŠ¨αˆαˆαŠ­α‰£α‰Έα‹ αˆαˆ‰ ፈጣαˆͺ α‰ αˆ˜αˆαŠ«αˆ ααƒαˆœ α‹­αˆΈαˆˆαˆ¨αˆαˆ…!!

03/05/2026

Bulchinsi magaalaa Shaggar kutaalee magaalaa 12fi aanaalee 36n Onkololeessa, 2022 A.L.A kan hundeeffamte yoo ta'u, bal'ina lafaa heektaara Kuma 160 ol irratti bu'uuramte. Magaalattii keessattis hojiilee hojjataman hedduu keessaa muraasni:

Misooma qonnaafi gabaatiin qonnaan bultootaaf leenjii kennuun deebisanii dhaabuun qonna babal'isuun danda'ameera. Bu'uuruma kanaan gamoolee giddugala gabaaf oolan ijaaruun walitti hidhaminsa gabaa mijeessuun danda'ameera.

Gama fayyaafi barnootaatinis magaalaa Shaggaritti hospitaalonni, giddugaloonni wal'aansa baqaqsanii yaaluufi buufataleenifi keellaan fayyaa akkasumas, manneen barnootaa sadarkaa 1ffaafi 2ffaa ijaaramuun tajaajila kennaa jiru.

Teeknolojiidhaanis Inistiitiyuutii Teeknolojii guddaa magaalaa Koyyee Facceetti hundeessuun muummeewwan barnootaa akka addunyaatti murteessoo ta'an barsiisuuf barattoota simataa jira. Kana malees sosochii wiirtuu kenna tajaajila iddoo tokkootiin "MESOB-Shaggar" eegalchiiseera. Giddugalli kunis seektaroota 32n kan eegale yoo ta'u, gosoota tajaajilaa 159 ta'an kennaa jira.

Gama biraatiinis magaalaattiitti lammileef carraa hojii uumuuf pirojeektii "hojii gara Shaggar fiduu" jedhu bocuun seektara hundumaanuu carraa hojii bal'aa uumuuf hojjatamaa jira. Tajaajila lammummaan walqabatees Magaalli Shaggar hojii tajaajila lammummaafi tola ooltummaatiin harka qalleeyiifi namoota humna hin qabne 4000 ol ta'aniif manneen jireenyaa 400 ta'an ijaaramuun kennamaniiru.

19/04/2026

Afaan tokkichaa
Amantiis tokkicha jedhaa!
Aadaa tokkichaa cafaqee mootomuu fedha.
Kanaafan didee faajjii keetiin carqiii jedhaa.

Address

Bole
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Obsa Abdisa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share