27/07/2026
🌊Miidhagina Uumamaa fi Ikoo-Turizimii Haroo Carcar!⛰️
Biyyoon keenya Hararghen Dhihaa bareedina uumamaa qabeenyan badhaadhaniin badhaateetti. Isaan keessaa daawwannaa ikoo-turizimiitiif bakka filatamaa fi qalbii namaa hawwatu "Haroo Carcar" isa tokkodha!
> 🍃 Billee bareedaa, qilleensa qulqulluu, gaarren marfamaniifi tulluuwwan calaqqisaa dawwachaa boqonnaa sammuu argachuuf Haroo Carcar filannoo keessan jalqabaa haa ta'u!
📌 Bakka:Oromiyaa, Hararghe Dhihaa (Carcar)
📸 Vidiyoo: [Miidhagina Haroo Carcar]