Iluu Art

Iluu Art Aartiin Afaan kootii! Yaadaakoo Kan naaf Ibsituudha. Oromoon hidda kooti
Oromiyaan biyya kooti
Afaan Oromoo afaan kooti

06/12/2023
Dani Art suuraan kun kan eenyuuti jettee?
24/09/2023

Dani Art suuraan kun kan eenyuuti jettee?

😭
15/09/2023

😭

06/08/2023

Utuu lubbuun jirtuu
Suuraakee siif boocee
Qoosaake gammadee
Si wajjinis baacee
Lubbuudhan si dhabee
Boo'een iyyee wacee

Gaddee iyyee boo'uunkoo
Lubbuukee hin deebisuu
Garuu jaalallii
Cal nan jechisiisuu

Ya kokkolfaa ilmaa
Soraakoo qaxalee
Yoomuu si yaadan
Hojii kankee ilaallee!

by:- Dani Art

Dani Art PhotographAdd
17/01/2023

Dani Art Photograph
Add

Akkam bultan?Follow Iluu Art Yeroo dhi'ootti...
15/01/2023

Akkam bultan?

Follow Iluu Art
Yeroo dhi'ootti...

14/01/2023

Akkam ooltan ya 70 qulqulluu

Address

Metu

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Iluu Art posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Iluu Art:

Share

Category