14/06/2025
“Iran 🇮🇷 akka yaadne hin taane jachaa,amma daangaa darbaa jirti”.💪🥰👏
~America
1, Pireezidaantii Donald Trump akkas jachuun haleellaa Iraan IZra"ael irratti raawwatte yoo ibsan Iraan hangaan yaade ol dachaa 10 ol jabduudha!!
2, Gamoolee IZra"ael murteessoo ta'an 9 daaraa botoroo kan Gaaz'aa waliin wal fakkaatan.
3, Iraan biyya yeroo jalqabaaf Jeettiiwwan Ameerkaa ittiin dhaadattu kan Ameerkaa malee namuu hin qabne F-35 rukutte buufte taate.
4, Hanga ammaatti eenyummaan isaanii miidiyaaleen guututti adda b baasuus baataniis haleellaa Iraaniin namoonni du'an lakkoofsi isaa dabalaa jira.
5, Abjuun yakkamaan waraanaa Netanyaahuun Iraan irratti Sirna bulchisa jijjiiruuf qabu bishaan dhugeera.
6, Dirreen xiyyaara fi waajjira muummee Raayyaa Ittisa IZra"ael akka ajaa'ibaati haleelame.
7, Haleellaa Telhabiib, Jerusalem iddoo buufata IZra"ael fi Kibba IZra"ael akkaan raawwate.👌