Michuuッ

Michuuッ Now it's time to focus on yourself. For get the rest!📚💡🛤
(7)

05/10/2026
01/10/2026

Haala yeroo ammaa ilaalchisee af gaaffii Raayyaa Abbaamacca waliin godhame!

Chaltu Sani - ጫልቱ ሳኒ Minister Hojii Raawwachiiftuu Olaantuu Korpooreeshinii Manneen Federaalaa ta’uun muudamtee jirti.Ba...
01/10/2026

Chaltu Sani - ጫልቱ ሳኒ Minister Hojii Raawwachiiftuu Olaantuu Korpooreeshinii Manneen Federaalaa ta’uun muudamtee jirti.

Bara Hojii gaarii

ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አሕመድ (ዶ/ር) ፣ ከመስከረም 18 ቀን 2019 ዓ.ም ጀምሮ ወ/ሮ ጫልቱ ሳኒን የፌዴራል ቤቶች ኮርፖሬሽን ዋና ስራ አስፈጻሚ አድርገው ሾመዋል።

01/10/2026

Funny 😁

 ===========Caffeen Oromiyaa Yaa'iisaa duraa Waggaa 1ffaa Bara hojii 7ffaa geggeessaa jiruun muudama hooggantoota miseen...
28/09/2026


===========
Caffeen Oromiyaa Yaa'iisaa duraa Waggaa 1ffaa Bara hojii 7ffaa geggeessaa jiruun muudama hooggantoota miseensa mana mareef dhiyaatan raggaasise

Haaluma kanaan;
1. Dr. Tolaa Bariisoo hoogganaa waajjira Perizdaantii
2. Obbo Guyyoo Waariyoo hoogganaa biiroo abbaa Alangaa Oromiyaa

3. Dr. Abdulaliiz Dawud hoogganaa biiroo maallaqaa Oromiyaa

4. Obbo Tasfaayee Tulluu hoogganaa biiroo Galii Oromiyaa

5. Dr. Abdii Yuuyyaa hoogganaa biiroo komishinii misoomaafi karooraa

6. Obbo Bultoosaa Guyyoo Hoogganaa biiroo barnootaa

7. Prof Natsannat warqinaa hooggantuu Biiroo Fayyaa

8. Obbo Tashoomee Boggaalee hoogganaa Biiroo Qonnaa

9. Dr. Namarraa Gabayyoo hoogganaa Biiroo Misooma Albuudaafi Inarjii Oromiyaa

10. Obbo Taarraqeny Gulultaa hoogganaa Biiroo Interpiziifi Industirii Oromiyaa

11. Dr. Adaree Asaffaa hoogganaa Biiroo daldalaafi Investiment Oromiyaa

12. Aadde Masarat Asaffaa hooggantuu Biiroo Lafaa

13. Aadde Sa'aadaa Abdurhamaan hooggantuu Biiroo dhimma dubartiifi daa'immanii

14. Obbo Xilahuun Warquu hoogganaa biiroo misooma magaalaa

15. Dr. Ayyaantuu Guuttataa hooggantuu biiroo kaqalaafi teekinolojii

16. Aadde Eldaanaa Soluman Adam hooggantuu Biiroo Tuurizimii

17. Obbo Tijaanii Naazir hoogganaa Biiroo Nagaa Oromiyaa

18. Roozaa Biyyaa hooggantuu Biiroo aadaafi Ispoortii Oromiyaa

19. Injinar Girmaa Raggaasaa hoogganaa Biiroo jallisiif horsisee bulaa Oromiyaa

20. Injinar Habiib Qumbii hoogganaa biiroo daandiifi loojistikii Oromiyaa

21. Injinar Maariyaa Guutamaa hooggantuu Biiroo Bishaan Oromiyaa

27/09/2026

Zammee Qureeshii fannaanticha🤍🌿

Ispeenii fi Deeggartoonni   baga gammaddan!🎊🇪🇸  osoo inni dirree keessa jiru biyyi isaa injifatamteetuma hin beektu akka...
26/09/2026

Ispeenii fi Deeggartoonni baga gammaddan!🎊🇪🇸

osoo inni dirree keessa jiru biyyi isaa injifatamteetuma hin beektu akkatti hoo maal jetta England's 🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 France 🇫🇷 Mbappe fi Harry Kanes harkuma Lamine keessaa mee haa bahanii addunyaan 'or eenyuuf akka maluu atgiteetti.👌💫♥️

26/09/2026

Waan afur (4) jaaladhu

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Michuuッ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share