Oromo Music

Oromo Music youtube.com/ For Advertising Email:- [email protected]
(4)

Saliha Sami _ Shaggaa Kiyyaa _ Best Oromo Music Greatest Hits Song Remix
17/07/2026

Saliha Sami _ Shaggaa Kiyyaa _ Best Oromo Music Greatest Hits Song Remix

New Ethiopian Oromo Music, Ethiopian Music, Oromo music 2026, New Ethiopian Music, Old Ethiopian Music 70s 80s 90s, Sirba jaalala, Ai oromo music,

17/07/2026
17/07/2026

As a Ronaldo fan, Speed has one last hope against Messi winning another FIFA World Cup... Yamal 🤣 (via )

17/07/2026

“Qaamni addaa addaa hawwiin guddaan inni qabu Oromiyaa waan jedhamu arguu dhabuudha. Nama Oromiyaa arguu dhabuu barbaaduuf ani gorsa tokkon isaaf qaba. Namni akkasii dafee addunyaa kanarraa yoo adda ba'e Oromiyaa waan jedhamu arguu dhiisuu danda’a. Kanaan alatti Oromiyaan ganaa ijaaramaa, lafa qabachaa, cimaa, bu’a qabeessa ta’aa...bu’a qabeessa ta'aa...bu’a qabeessa ta’aa deema."

President Shimmallis Abdiisaatu kaleessa akkas jedhe. Haasichillee akka haasaatti gaarii ture. Oromoon hunduu akkasuma jechaa, kanuma sodaachaa jira.

Haasaadhuma kanayyuu booda tamsaasa OBN keessaa kutanii baasan jedhan. Gaaffii laman qaba;

1. Haga ani beekutti itti gaafatamummaan OBN mootummaa naannoo Oromiyaafi. Kan hoogganuufi kan baajata ramaduuf mootummaa naannoo Oromiyaati. Ajaja eenyuutiin haasaan kun citee keessaa hafe?

2. Haasaan, "Oromiyaan hin diigamtu" jedhu tamsaasa keessaa kan dhorkamuuf maaliifi? Oromiyaan diigamaa jirti yookaan akka diigamtutu barbaadama jechuudhaa?

🎉 Facebook recognized me as a consistent post creator this week! Thank you my golden family Oromo Music
16/07/2026

🎉 Facebook recognized me as a consistent post creator this week! Thank you my golden family
Oromo Music

  gara Mana   by Argentina 🇦🇷
15/07/2026

gara Mana by Argentina 🇦🇷

15/07/2026
15/07/2026

Lamine Yamal and his grandmother

15/07/2026

"Argentina's run to the World Cup semi-finals has been the easiest in history" 🤔

Address

Ontario

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromo Music posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Oromo Music:

Shortcuts

  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share