Ethio Daily News

Ethio Daily News True information!!

30/07/2026

Abdii haa Dhaabnu!

አረንጓዴው አብዮት የኢትዮጵያን ሉዓላዊነት በማረጋገጥ ለትውልድ ቅርስ ይሆናልየአረንጓዴው አብዮት ጉዞ ለኢትዮጵያ የስነ-ምህዳር ጥበቃ ብቻ ሳይሆን የሀገር ህልውና እና የሉዓላዊነት ማረጋገጫ ም...
30/07/2026

አረንጓዴው አብዮት የኢትዮጵያን ሉዓላዊነት በማረጋገጥ ለትውልድ ቅርስ ይሆናል

የአረንጓዴው አብዮት ጉዞ ለኢትዮጵያ የስነ-ምህዳር ጥበቃ ብቻ ሳይሆን የሀገር ህልውና እና የሉዓላዊነት ማረጋገጫ ምሰሶ ነው። ለአመታት በድርቅ እና በአፈር መሸርሸር የተፈተነችው ሀገራችን፣ ዛሬ በገዛ እጇና በዜጎቿ ላብ የተበላሸውን ተፈጥሮ መልሳ በመገንባት ላይ ትገኛለች። አፈሯን፣ ውሃዋንና አካባቢዋን በዘላቂነት የምትንከባከብ ሀገር የምግብ ዋስትናዋን በመጠበቅ የውጭ ጥገኝነትን ታስወግዳለች። ይህ ታላቅ ሀገራዊ ንቅናቄ በራሳችን አቅም የምንፈልገውን ለውጥ ማምጣት እንደምንችል ማረጋገጫ ሆኗል።

ከዚህም በላይ፣ የኢትዮጵያ አረንጓዴ አብዮት በችግኝ ተከላ ብቻ የተወሰነ አይደለም፤ የንጹሕ ኃይል አቅርቦትን በማስፋፋት ረገድም ሀገራችን የአህጉራችን ፈር ቀዳጅ ሆናለች። ከታላቁ የኢትዮጵያ ህዳሴ ግድብ፣ ከነፋስ እና ከጂኦተርማል የሚመነጨው ታዳሽ ኃይል የሀገራችንን የኢንዱስትሪ ጉዞ ከመደገፉም በላይ ለአካባቢው ሀገራት እየተረፈ ይገኛል። ይህ በካርቦን ነፃ በሆነ ኃይል የመልማት ቁርጠኝነት፣ ኢትዮጵያ በአየር ንብረት ለውጥ ውጊያ ግንባር ቀደም ተሰላፊ እና የታዳጊ ሀገራት ተስፋ እንድትሆን አድርጓታል።

በመጨረሻም፣ ይህ ሁለንተናዊ አረንጓዴ ጉዞ በዓለም አቀፍ መድረክ ዘላቂ የፖለቲካ እና የኢኮኖሚ ተጽዕኖ ፈጣሪ እንድንሆን አቅም ሰጥቶናል። በምግብና በኃይል ራሷን የቻለች፣ አካባቢዋን የምትንከባከብና ለጎረቤቶቿ የብርሃን ምንጭ የሆነች ኢትዮጵያ ማንም ሊደራደርባት የማይችል ጠንካራ ሉዓላዊነት ይኖራታል። ዛሬ የምንገነባው አረንጓዴ ኢኮኖሚ የነገዋን ታላቋን ኢትዮጵያ በጸና መሠረት ላይ የሚያቆም የከፍታችን ሚስጥር ነው።

30/07/2026

Ashaaraa Magariisa : Abdii haa Dhaabnu!

 🌲🌴🏝️🌳Sagantaa Ashaaraa Magariisaa eegalamee kaasee waan karoorfanne hunda milkeessineerra.Ityoophiyaatti erga sagantaan...
30/07/2026

🌲🌴🏝️🌳
Sagantaa Ashaaraa Magariisaa eegalamee kaasee waan karoorfanne hunda milkeessineerra.

Ityoophiyaatti erga sagantaan Ashaaraa Magariisaa bara 2011 eagalammee kaasee hanga ganna bara 2018tti baay'inni dhaabbii biqiltuu waggaa waggaadhaan karoorfamanii dhaabbatan jabina keenya har'aati.

Waggaa hunda irratti baay'inni biqiltuu dhaabbatee waan karoorfamee ol yookaan karooricha guutumaan guutuutti kan milkeesse ta'uun galmeeffameera.

Bifuma kanaan:
🌲- Bara 2011: Karoora biliyoona 4 irraa biliyoona 4.7
🌲- Bara 2012: Karoora biliyoona 5 irraa biliyoona 5.9
🌲- Bara 2013: Karoora biliyoona 6 irraa biliyoona 6.8
🌲- Bara 2014: Karoora biliyoona 6 irraa biliyoona 7.2
🌲- Bara 2015: Karoora biliyoona 6.5 irraa biliyoona 7.5
🌲- Bara 2016: Karoora biliyoona 6.5 irraa biliyoona 7.6
🌲- Bara 2017: Biqiltuu karoorfame biliyoona 7.5 guutumaan guutuutti dhaabbateera.

Milkaa'inni jajjabeessaan waggaa waggaadhaan guddachaa dhufe kun, murteessummaa ummanni keenya ashaaraa magariisaa kaa'uuf qabu fi tattaaffii guddaa Itoophiyaa badhaatuu fi lalistuu boruutif taasifamaa jiru galteedhaan agarsiisa.

Bara kanas mataduree "Abdii Haa Dhaabnu" jedhuun sagantaa Ashaaraa Magariisaa geggeessamaa jiru irratti hirmaachuudhaan ashaaraa keessan kaa'aa jirtuu?

 !!
30/07/2026

!!

Biqilaan har'a dhaabbatu, Abdii dhaloota Boriiti!Itoophiyaan rakkoo jijjiirama qilleensa baramaan dhufu dandamachuuf xiy...
30/07/2026

Biqilaan har'a dhaabbatu, Abdii dhaloota Boriiti!

Itoophiyaan rakkoo jijjiirama qilleensa baramaan dhufu dandamachuuf xiyyeeffannoon hojjetaa jirti. Keessattu biqilaa dhaabuufi misooma humna haaromfamaa hojiirra oolchuun yaaddoo addunyaan itti muddamaa jirtu furuuf gahee ishee bahataa jirti.

Sagantaan Ashaaraa magariisaa damdamannaa rakkoo qillensa baramaan gamatti faayidaa danuu qaba. Keessattu,imala wabii midhaan nyaataa milkeessuuf taasifamaa jiru utubuun badhaadhina mirkaneessuu keessatti shoora olaanaa taphata.

Kanaaf,ashaaraan magariisaa har'a hojjetamaa jiru biqiltuu har'a dhaabbatu qofa osoo hintaane abdii ifaa,dachee magariituufi badhaadhina dhalootaaf bu'uuressuudha.

Kanaaf,Itoophiyaan sagantaa misooma ashaaraa magariisaa itti fufiinsa qabu diriirsuun milkaa'ina olaanaa galmeessaa jirti. Bara kanas sagantaan kun mata duree "Abdii haa Dhaabnu" jedhuun itti fufee jira. Qaama sagantaa kanaa kan ta'e guyyaa tokkotti biqiltuu miliyoona 800 dhaabuuf qophiin xumuramee guyyaa afur qofatu hafe.

 !!
30/07/2026

!!

Ammeee.... en jedhi 🙏🙏
29/07/2026

Ammeee.... en jedhi 🙏🙏

Address

Eth
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ethio Daily News posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Ethio Daily News:

Shortcuts

Share