Gospel Singer Wangele Debela

07/09/2025

Barri dhufu bara cinqii osoo hin taane, bara dinqii siif haa ta'u 👋

05/09/2025

Oduu Haaraa🖐
Dhalattee hamma harraa kan itti hin milkoofnetti, bara 2018 kana itti milkaa'i🥰

29/08/2025

Bara 2018 kanatti waanti ati yaadde siif haa milkaa'u maqaa Yesuusiin🥰

28/08/2025

Fayyisuun kan waaqayyooti🥰

21/08/2025

Warra bara 2018 keessa milkaa'an keessaa tokko si haa ta'u🥰

20/08/2025

Waaqni galmee Mordekaayii dubbise, galgala kana kan kees haa dubbisu📖

17/08/2025

Bara 2018 dhufaa jiru kanatti waaqayyo duraa kee deemee si haa geggeessu🥰

Hojii waaqayyoof safuu Baga gargaaramte KABAA FIDOO
14/08/2025

Hojii waaqayyoof safuu
Baga gargaaramte KABAA FIDOO

26/07/2025

Bara dhufaa jiru kanatti jalqabarratti kan yaadatamu si haa ta'u maqaa Yesuusiin🥰

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gospel Singer Wangele Debela posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Gospel Singer Wangele Debela:

Share