04/02/2026
Michael Carrick ๐ฅFuldureen Manchester United Kobbie Mainoo giddu-galeessa kan godhate ta'a.
-Kobbie Mainoo akkadamii Carrington keessatti kubbaa miilaa barataa guddate. Erga gara kilaba idileetti ol-dhufeeyis gahumsa ajaaibsiisaa agarsiisaa ture, garee biyyaalessa England ๐ด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟ waamameera.
-Ruben Amorim taphattoota murteessoo ta'an kanneen akka Bryan Mbeumo, Matheus Cunhaa fi Beenjaamii Seeskoo gara M-United waan fideera sababa kanallee deeggartoota Manchester biraa galata qaba.
-Hata'u male taphataa kennaa addaa qabu kana,, sanu guddisa kilabichaa kan ta'e taphachiisuu dhiisuun isaa deeggartoota Manchee biratti hojiin isaa gaaffii keessa akka galu taasiseera. hinumaatuu ari'amuu Leenjisichaatiif sababni guddaan Caarraa taphaa Kobbie Mainoo dhowwachuu isaati jedhameera.
-Amma Manchester United leenjandii isaa duraanii jalatti daandii gara guddummaa isaatti isa deebisu irra waan bu'e fakkaata.
-Carrick Kobbie Mainoo dhaabbiidhaan hirirsisee daqiiqaa 90 guutuu taphachiisaa jira. Inni lafa dugdaa Kilaba kanaati jechuun ragaa baheera
-Michael Carrick taphoota Premier league ciccimoo lamaan injifachuun hojii isaa milkiin jalqabeera. Injifannoo isaa rapha lameen irratti sarara jidduu irratti kubbaa sirnaan to'atee kilabicha gargaaraa kan jiru ti.
-Darbii Machuuriyaaniitin ollaa isaa Manchester City dirree isaa Old Trafford fi deeggartoota isaa fulduratti ama*nsiisee gaafa mo'ate Kobiin dhoora guddaa taphate erga mo'atee.
-Dursaa liigichaa fi tilmaama waancaa Premier league Ingilaandii baranaa kaasuuf parsantaa 90 kan argate Arsenaaliin dirree isaanii Emirates tti deemee deeggartoota isaanii kuma 60 fulduratti gaafa jil'bee*franchisu..
Sarara jidduu jabaa Arseenaal kan Martin Odegardii, Zubimandii fi Diclan Rice durfamu tokkichi Carrington Diyimandii umurii 20 Kobbie Mainoo bira kubbaa dabarsuu hin dandeenye, isaan to'ate , kubbaa ajaaibaa Cunhaan gara gooliitti jijjire sana isatu mijeessee kenne, Kobbien Kilaba isaa isa