Abdi H Mohammed

Abdi H Mohammed Ganda kessa nama basuu dandesa malee ganduma nama kessa basu hin dandesu !
(5)

22/10/2025

Zemeno Aliyi Ousman

Pirezidaantii Ameerikaa Donald Trump:"Erdogan hiriyaa kooti, nama jabaa waan ta'eef jabaa kabajeen ittiin walii gala, da...
22/10/2025

Pirezidaantii Ameerikaa Donald Trump:

"Erdogan hiriyaa kooti, nama jabaa waan ta'eef jabaa kabajeen ittiin walii gala, dadhabaa hin kabaju, ittiinis walii hin galu. "
Amar Temam

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Abdii Tajudin, Yuusuf Abdalla, Guutuu Raggaasaa Warra Lee...
22/10/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Abdii Tajudin, Yuusuf Abdalla, Guutuu Raggaasaa Warra Leeqaa, Haji Shamshadin

Amar Temam Sheyixaaniyaahuun haleellaa I-zrael Qatar irratti raawwatte akkasumas oppireeshinii waraanaa haaraa isiin Ga*...
21/10/2025

Amar Temam
Sheyixaaniyaahuun haleellaa I-zrael Qatar irratti raawwatte akkasumas oppireeshinii waraanaa haaraa isiin Ga*💔zaa keessatti taasisaa jirtu mormuu isaatiin gorsaa nageenya biyyoolessaa I-zrael Tzachi Hanegbi itti gaafatamummaa irraa gageefameera.

21/10/2025




Hogganaan Hajjii fi Umuraa Itiyoophiyaa Dr.Muhammad Saalih Jamaal Su'udiitti Ambaasaaddara Itiyoophiyaa Dr.Muktaar Kadir...
21/10/2025

Hogganaan Hajjii fi Umuraa Itiyoophiyaa Dr.Muhammad Saalih Jamaal Su'udiitti Ambaasaaddara Itiyoophiyaa Dr.Muktaar Kadir woliin marii taasisan.
*********
Hoogganaan Hajjii fi Umraa Majlisa Federaalaa Dr. Mohammed Salih Jamaal bakka bu'oota mootummaa Itoophiyaa kanneen Sa'udi Arabiyaatti argaman Embaasii fi qoonsila biyya Riyaad fi Jiddah waliin mariin gaggeessaniiru.

Dr. Mohammedsaalih Jamaal akka ibsanitti, hujjaajota bara kanaatiif tajaajilli kennamu sadarkaa caalmaa qabuu fi keessumoonni itti gammadduu qaban akka ta'uuf dursee qophiin jalqabaa akka taasifamu gaggeeffamaa jira jedhan.

Aakkasuma Ambaasaaddarri Itoophiyaa kan Saudi Arabiyaatti argaman Dr. Muktaar Kadir akka ibsanitti; waliin hojjechuun hajjaajonni tajaajila barbaachisaa argachuu akka danda'an irratti waliigaltee cimsuu fi qophii ta'uu isaaniiru.

Dr. Mohammedsaalih Jamaal simannaa jaallatamaa fi kabajaa qabu kan Ambaassaadara Sa'udii Dr.Muktaar Kadirii fi Hojjettoota qoonsila biyya sa'uudiitiin taasifameef galateeffachuun, bara kana Hijjii1447 (2018 A.L) tajaajilli hajjii haqa qabeessa, saffisaa fi iftoomina qabu kennuuf karoora haarawa diriirfamu ibsanii jiru.

Itti gaafatamtoonni biiroo - Haji Abdulaziiz Aloo fi Haji Abdulfattaah Abraar akka jedhanitti tajaajilli bara kana hujjaajotaaf kennamu haala rakkina kan of keessaa hin qabneefi fi sirnaan tajaajilamu akka ta'uuf hojii qindaa'aa hojjetamaa jiru ibsaniiru.

Akkasuma dhaabbileen Mekkaa fi Madiinaa keessatti argamanu hujjaajotaaf tajaajila bu'uuraa kennuu danda'an tartiibaan karaa iftoomina qabuun akka filaman taasifamu, kanaafis beeksisni dorgommii yeroo dhiyootti ni labsama jedhameera.

Qorannoon kaffaltii fi baasii tajaajila Hijjii 1447 (2018 A.L) haalli hojii hajjii qophiin biyya keessaa fi Sa'udii Arabiyaa keessatti gaggeeffamaa jiru akka xumurameen dhuma irratti uummataaf kan ibsamu ta'uu Dr. Mohammedsaalih Jamaal ibsaniiru.
Hamiltan Tvtu gabaase
Amar Temam
Etv Afaan Oromoo

20/10/2025

19/10/2025
18/10/2025

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdi H Mohammed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share