Daawwit Tashaalee Shaanqo

Daawwit Tashaalee Shaanqo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Daawwit Tashaalee Shaanqo, Digital creator, Addis Ababa.

18/01/2023

06/10/2021

OROMIYAA
●Yeroo jalqabaaf maqaa Oromiyaa jedhu kan moggaase fi kaartaa Oromiyaa kan sarare namaa maqaan isaa "Luws Craft" jedhamudha bara 1837 hanga 1850 tti osoo baha Afriikaa naanna'ee maqaa moggassu.
¤ Bara sanas Oromiyaa har'aa kana "Ormaaniyaa" jedhee moggaasee ture!
¤ Bara 1970 keessa immoo "biyya Oromoo "jedhamee moggaafame.
¤ Bara 1976 tti ammoo "Oromiyaa" jedhamee moggaafame.

● Afaan Oromoo Afaanota Afriikaa keessatti dubbataman 1000 ol ta'an keessaa sadarkaa 3ffaa irratti argama.
¤ Afaanota Kuush 40 dubbataman keessaa Afaan Oromoo 1ffaa dha.
¤ bara 1934 hanga 1966tti Afaan Oromoo Itiyoophiyaa keessatti akka hin dubbatamne akka badu taasifamee ture.

●Biyyoota Afriikaa 56 keessaa bal'inaan kan Oromiyaa caalu Biyyoota 17 qofadha.
¤ Oromiyaan bal'ina lafaatiin Faransaayiin ni caalti, akkasumaas Itaaliiti dachaa lama tatti.
¤ bal'inni Dachee Oromiyaa biyyoota akka Kuubaa, Bulgaariyaa, Biritaaniyaa wajjin wal qixadha.
● baay'inni Uummata Oromoo baha Afriikaa jiraatanii yeroo amma Miiliyoona 40 olidha.
● Mootiin yeroo jalqabaatiif Kuush ykn Oromoo hoogganaa turan "Amarraanaa Asiisii (Ateetee) fi Osiriis jedhamu.
● Oromoon jaarraa 16ffaa dura sirna adda ta'e kan ittiin bulu sirna Gadaa kan yuneeskoo irratti galma'e qaba!!!
● Oromiyaan Godinoota 21 fi aanolee 350 qabdi.

Maddii Kitaaba Kuushii fi Oromoo Luwiskraft 1846. fi seenaa dubbisnee irraa.

WARRA GAAFFII SINITTI TA'EEFIDHA‼️❤️💚❤️✔️✔️✔️
30/09/2021

WARRA GAAFFII SINITTI TA'EEFIDHA‼️❤️💚❤️✔️✔️✔️

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Daawwit Tashaalee Shaanqo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share