Amiinoo Yuusuf

Amiinoo Yuusuf Hanga fedhellee yoo sitti dhiyoo tahe ilma namaa irkoo hin godhatin Rabbi qofarratti irkadhu. Yaali!

  yoom salphaatti as geenye Goota fii Gootitti akka fer'oo Mumme Ministera Dr Abiy Ahmed Ali leader Addee Chaltu Sani - ...
02/05/2026

yoom salphaatti as geenye
Goota fii Gootitti akka fer'oo
Mumme Ministera Dr Abiy Ahmed Ali leader Addee Chaltu Sani - ጫልቱ ሳኒ Minister jabduu duuba dhiiraatu jira
fayyaa

Gaggeessummaa Abbichuutiin waraana biyya boonsuutu ijaarame ‼Waggoota jijjiirama dura caaseffamni waraana Itoophiyaa; te...
02/05/2026

Gaggeessummaa Abbichuutiin waraana biyya boonsuutu ijaarame ‼

Waggoota jijjiirama dura caaseffamni waraana Itoophiyaa; teeknoloojii ammayyaatti hidhata cima kan hin qabne, ilaalcha sabummaa ykn olaantummaa sirna yeroo sani jalatti qabame kan tureefi ergama biyya jabdu milkeessurraatti ijaarsa xin-sammuufi qaamaan hanga barbaadamu kan hin ijaaramne ture. Abbichuun raayyaa ittisa biyyaa boonsaa ta'e ijaaru keessatti hojii seena qabeessa hojjeteera. Raayyaan ittisa biyyaa mootummaa qofaaf osoo hin taane mallattoo mootummaa cimaa, walabummaa biyyaafi nageenya uummataati. Hoggansa cimaa, mul’ata dheeraa fi murannoo qabuun mootummaa jabaan ijaaramuun danda’ameera.
Dr Abiyyiin sirna hoggansummaa isaanii keessatti mootummaa haaromsuu, leenjii ammayyaa kennuu, naamusa waraanaa cimsuu fi meeshaalee ammayyaa guutuun Raayyaa Ittisa Biyyaa boonsaa ta'e horateera.

Humni ittisaa keenya biyya isaa tiksee, uummata isaa eeguufi yeroo rakkinaa keessatti mootummaa fi sabaaf dhaabbatu ta’ee jira. Raayyaan Ittisa Biyyaa Itoophiyaa har’a mootummaa jabaa, naamusa qabu, ogummaa fi gootummaan beekamu ta’ee mul’achaa jiraachuun bu’aa hoggansa gaarii ti. Kun immoo mootummaa keenyaaf kabaja, uummataaf amanamummaa, diinaaf sodaachisummaa ta'eera.

Mul’ata Motummaan Ida’amuu Itoophiyaaf qabu!Motumma Ida’amuun Itoophiyaa haqaa,nagaa, fi misooma hunda hammate irratti i...
02/05/2026

Mul’ata Motummaan Ida’amuu Itoophiyaaf qabu!

Motumma Ida’amuun Itoophiyaa haqaa,nagaa, fi misooma hunda hammate irratti ijaaramte yaada.Karoorri isaa gara fuula duraa dargaggootaa fi qonnaan bultoota barnoota qulqullina qabu,qonna ammayyaa, fi kalaqa teeknooloojiin hoogganamu humneessuun carraa hojii uumuu fi dinagdee of danda’e cimsuu irratti xiyyeeffata.Jijjiirama dijitaalaa,babal’ina bu’uuraalee misoomaa, fi bulchiinsa gaarii olaantummaa seeraa jala oolchuun mul’anni kun naannolee hunda keessatti misooma madaalawaa mirkaneessuu fi Itoophiyaa tokkummaa,badhaate ijaaruuf kan akeekedha.

Paartii Badhaadhinaa filadhaa!
Mallattoon Keenya Nadoo/Bissii Qamadiiti.

Abiy Ahmed Ali
GreatestHighlights

🫰🫶🫰🇪🇹🫶🇪🇹
01/05/2026

🫰🫶🫰
🇪🇹🫶🇪🇹

27/04/2026

Address

Oromia
Addis Ababa
<<2505>>

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Amiinoo Yuusuf posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Amiinoo Yuusuf:

Share