Gospel Singer Ararsa Daba

Gospel Singer Ararsa Daba https://youtube.com/ Subscribe Naaf Godhaa YouTube Channeli koo

Far. 40¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¹ Ani abdii guutuu dhaan Waaqayyoon nan eeggadhe, inni immoo gara kootti jedhee, iyya koos anaaf in dha...
03/08/2026

Far. 40
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹ Ani abdii guutuu dhaan Waaqayyoon nan eeggadhe, inni immoo gara kootti jedhee, iyya koos anaaf in dhaga' e.
² Inni boolla huursaa bishaan sodaachisaa keessaa, dhoqqee akka suphee nama qabatu keessaas harkisee na baase; inni miilla koo dhagaa hin sochoone irra anaaf dhaabachiise, ejjennaa koos anaaf in jabeesse,
³ Inni faarfannaa haaraa, isa ani ittiin isa jajadhu afaan koo keessa in kaa’e; baay’een kana arganii isa in sodaatu, waaqayyummaa isaa in amanatu.

28/07/2026

Yesuus Jireenya.

22/07/2026

Address

Oromia
Addis Ababa

Telephone

+251919285219

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gospel Singer Ararsa Daba posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share