12/02/2026
Reality with fun
UNIVERSITY LIFE!
what is your intention when you do something????
Hiriyoota dhiiraa lama maqaan isaanii Boonaa fi Waariyoo jedhamantu mooraa yuuniversitii keessa ture! jarri lamaanuu barataa baay'ee cimaa turan. jarri lamaanuu department baayyee dubbisa barbaadu seenan. boonan baayyee dubbisuu hin jaalatu garuu mala beeka, waariyoon miinjee kitaabati garuu wanta biraatitti dadhabaadha. jarri kun doormii tokko isaan ga'e! boonan akka department barachaa dhufuun dubbisuu isa nuffisiise garuu still barataa brilliant dha, then guyyaa tokko mala tokko baafate innis, "ka'een barattuu dadhabduu taate garuu kan tattaafattu wayii barbaadee qo'achiisa achumaan akkan qo'adhuuf driving force naaf ta'a." jedhee yaade. akkuma jedhe godhe! waariyoon chakkaluma isaa chakkala! garuu xiqqoo turee waa'ee boonaa fi hiriyaa isaa sana gaggaafachuu jalqabe. boonanis kaayyoo intalatti dhiyaatef ni dhokse garuu akka waan foonqan galeefititti itti hime! oolee bulee jechi boonaa kun waariyootti waa uumuu jalqabe! yoo tana innis intala saqaayii class isaanii takkaan walbaruu eegale, garuu kaayyon isaa jecha boonan itti dubbateen ture😭 waariyoo fi intalli baay'ee ciccimoo waan turaniif qooda silaa walii wajjin qo'atanii hawaa abuuran, silaa hubanneera jecha jedhuun haasan isaanii waanuma biraa ture😁 oolanii hin bulle yoo lamaan isaanituu barumsatti jazba'anii hin hafin😭 boonan kee kaayyoo isaa tikfachaa, nama alarraa isa ilaalutti ammoo nama foonqadhaan tajaajaale fakkaachaa hamma eebba isaanitti barumsa qabxii gaarii galmeesse isheenis akkasuma. waariyoo fi intalli sun ammoo eebbifamaniiru garuu qabxii gadi bu'aadhan eebbifamani😭 gaabbidhaanis waldhabani😭 boonaa fi intalli milka'anii achumaan hariiroon isaanii gara relationship tti jijjiiramee walfuudhani!!!
ani gaafii tokkon si gaafadha yeroo waa jalqabdu, maalif waan sana jalqabda utuu jedhamtee deebii logical ta'e ni deebistaa??
thank you🙏