Keyar Jallaalla

Keyar  Jallaalla Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Keyar Jallaalla, Digital creator, 0928136143, Addis Ababa.

08/07/2025

█▓▒F░O░L░L░O░W▒▓█
┊┊┊▕▔╲▂▂▂╱▔▏
╭━━╮╭┈╮⠀╭┈╮╭━━╮
╰╰╰┃▏╭╮⠀╭╮▕┃╯╯╯
┈┃⠀┃▏┈┈▅┈┈▕┃⠀┃
┈┃⠀┃▏┈╰┻╯┈▕┃⠀┃
┈┃⠀╰█▓▒░M░E░▒▓█

"Unveiling History: The 4,500-Year-Old Tunic at the Egyptian Museum"
28/06/2025

"Unveiling History: The 4,500-Year-Old Tunic at the Egyptian Museum"


KBeautiful Actres   with   and  also known as   in   movie📽📺👈 Muhammad   ’m
28/06/2025

KBeautiful Actres with and also known as in movie📽📺👈 Muhammad

’m

The Ancient 4,500-Year-Old Tunic at the Egyptian Museum.
10/05/2025

The Ancient 4,500-Year-Old Tunic at the Egyptian Museum.

Seenaa namaa kan jijjiiru Waaqayyoodha! Obboleettiin kun haadhaa fi abbaa malee guddatte utuu jireenya mo’achuuf oliif g...
09/02/2025

Seenaa namaa kan jijjiiru Waaqayyoodha! Obboleettiin kun haadhaa fi abbaa malee guddatte utuu jireenya mo’achuuf oliif gadi joortuu rakkinni kun ishee mudate. Nuyis Waaqayyoo nu gargaaree obboleettii keenyaaf birmannee jirra! Namootni gara laafeyyiin yeroo hundumaa hiixachuudhaan beekamtan Waaqayyoo ammayyuu jireenya keessan haa Eebbisu! Sanyiin keessan hin rakkatiin!
Akkuma kana Hani beuty Acadamey carraa barnoota bilisaa kennuukeef Galatoomi!
Gaarummaan sanyiidha! Sababa bo’uu nama utuu hin taane sababa Gammaduu nama haa taanu

Hani beuty Acadamey
Address:- 1, Asko Tekur abay hensa 4 fok
2, Megenaga city mall 9 flower
Phone number 0938785757
0112740239

22/11/2023

Kitaaba kuusaa wolaloo kan Boonsaa Kormaatiin barraa'e bu'aa bahii hedduu keessa darbee kunoo eebbaaf dhihaatee jira.
GUYYAAN EEBBAA
Sadaasa ( November) 19 2pm
IDDOON Oromo community Minnesota

  naf godha page koo kana Oro ❤️❤️Karaan fagaatulleesi arguus yoon baadheGuyyuma tokkolleeyoomin si dagadheSin yaada yer...
10/11/2023

naf godha page koo kana Oro ❤️❤️

Karaan fagaatullee
si arguus yoon baadhe
Guyyuma tokkollee
yoomin si dagadhe

Sin yaada yeroondaa
keessa koo jirta
ofirra caalchisee
akkan si jaallu beekta

Yaadni koo si bira
halkaniifi guyyaa
ani siifan boo'a
ani siifan iyya

Koottumee garakoo
Har'a borun maalifii
ani kanan gubadhu
hundumtuu sumaafii

Karaan fagaatullee
si arguus yoon baadhe
Guyyuma tokkollee
yoomin si dagadhe

Sin yaada yeroondaa
keessa koo jirta
ofirra caalchisee
akkan si jaallu beekta

Yaadni koo si bira
halkaniifi guyyaa
ani siifan boo'a
ani siifan iyya

Koottumee garakoo
Har'a borun maalifii
ani kanan gubadhu
hundumtuu sumaafii

Karaan fagaatullee
si arguus yoon baadhe
Guyyuma tokkollee
yoomin si dagadhe

Sin yaada yeroondaa
keessa koo jirta
ofirra caalchisee
akkan si jaallu beekta

Yaadni koo si bira
halkaniifi guyyaa
ani siifan boo'a
ani siifan iyya

Koottumee garakoo
Har'a borun maalifii
ani kanan gubadhu
hundumtuu sumaafii

Karaan fagaatullee
si arguus yoon baadhe
Guyyuma tokkollee
yoomin si dagadhe

Sin yaada yeroondaa
keessa koo jirta
ofirra caalchisee
akkan si jaallu beekta

Yaadni koo si bira
halkaniifi guyyaa
ani siifan boo'a
ani siifan iyya

Koottumee garakoo
Har'a borun maalifii
ani kanan gubadhu
hundumtuu sumaafii

Address

0928136143
Addis Ababa

Telephone

+251915543934

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Keyar Jallaalla posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Keyar Jallaalla:

Share