Lemitii News

Lemitii News πŸ‡ͺπŸ‡Ή Ethiopian News & Updates
πŸ“° Afaan Oromoo β€’ Amharic
πŸ“ LEMITII NEWS
Follow for the latest updates.

04/10/2026

Waamichaa baratootaa Haaraa Yuun.Jimmaa .

03/10/2026

Ayyaanaa Irreechaa bara2019.

03/10/2026

Olii πŸ”₯

03/10/2026

Gootaa Milaa duwwaa figee ,Fichee gara salaalee.

03/10/2026

Irreechaa Milaa duwwaa πŸ™

03/10/2026

Ayyaanaa Irreechaa kabajuuf kilometera 116 Milan figee. Fichee irraa Finfinnee.

02/10/2026

Irreechaa bara 2019 .

29/09/2026
29/09/2026

Kadir Marituu gara Itiyoophiyaati waggaa kudhan boodaa deebi’eera.

🚨   Studion TV Tigray dirooniidhaan barbadaawuun gabaafame. Abbaan Taayitaa Miidiyaa Itoophiyaa, humnoonni Tsimdoo TV Ti...
28/09/2026

🚨

Studion TV Tigray dirooniidhaan barbadaawuun gabaafame. Abbaan Taayitaa Miidiyaa Itoophiyaa, humnoonni Tsimdoo TV Tigrayitti fayyadamuun ibsa waloo kennuu hordofee Miidiyaan Naannoo Tigraay kun akka cufamuuf hayyama irraa mulqee kan ture hoggaa tahu midiyichi hojmaata isaa kan itti fufu yoo tahe ammoo tarkaanfii akka fudhatu akeekkachiisee ture.

Gareen Tsimdoo dhugumatti mootummaa Abiy Ahmed aangoorraa Fonqolchuu ni dandayanii?
Waraana hanga har'aa godhameen hoo eenyuutu injifannoo gonfachaa jira? Waan je'urratti Lemitii News gabaasa addaa qindeeyseeti jira. Linkii Comment jala jirtuun daawwadhaa.

Address

AddisAbeba
Addis Ababa
1000

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Lemitii News posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share