Dhaloota qubee

Dhaloota qubee Arganneeraa Ofiin buluu

10/12/2025

namonnii barbaddan nattii seenii

05/09/2025
CONGRATULATIONS BROTHERS
22/02/2025

CONGRATULATIONS BROTHERS

With Hamza Ibrahim – I just got recognised as one of their top fans! 🎉
01/02/2025

With Hamza Ibrahim – I just got recognised as one of their top fans! 🎉

             Yoom akka atii udaan media irraa laaqqattu kana seetee dhiraa irrattii
30/01/2025


Yoom akka atii udaan media irraa laaqqattu kana seetee dhiraa irrattii

Yes, Farming is business! It demands careful planning and strategy. Just like every other businesses.To transform your f...
27/01/2025

Yes, Farming is business!
It demands careful planning and strategy. Just like every other businesses.

To transform your farming journey into a profitable and sustainable enterprise, consider doing these:

1. Develop a Detailed Business Plan: Whatever you want to farm, you need a clear and detailed plan.
Outline your goals, target market, financial projections, and operational strategies. A clear plan will guide your decisions and help you stay focused on your objectives.

2. Invest in Research and Technology: Stay informed about the latest advancements in farming techniques and technology. Investing in modern tools and practices will improve efficiency, yield and give you greater advantages.

3. Implement Sustainable Practices: Focus on methods that promote environmental health, such as crop rotation, organic fertilizers, and water conservation. Sustainable practices will enhance soil fertility and reduce long-term costs.

4. Diversify Your Crops or Livestock: Diversification will spread your risk and open up new revenue streams for you. Explore different crops or livestock breeds that complement each other and suit your market. But don't become a jack of all trades and master of none.

5. Monitor Your Financial Performance: Regularly review your financial statements and key performance indicators. Keeping track of expenses, income, and profitability will help you make informed decisions and identify areas for improvement.

6. Build Strong Market Connections: Develop relationships with your buyers, suppliers, and other stakeholders. Networking can lead to better pricing, access to resources, and market opportunities.

7. Focus on Quality and Branding: Ensure that your products meet high-quality standards and establish a strong brand presence. Quality and branding can differentiate your farm from competitors and attract loyal customers.

8. Continuously Educate Yourself: Stay updated with industry trends and seek opportunities for professional development. Education will enhance your skills and knowledge, contributing to your farm's success.

25/01/2025

Deeggartoota Abiyyii fi badhaadhinaatiif...
========================
Abiyyi Lammaa Magarsaaf hin taane addunyaa kanarratti eenyuufuu hin ta'u. Osoo lammaan jiraachuu baatee Abiy hin beeknu ture. Abiy sadarkaa amma irra jiru kana kan ol kaase Lammaa Magarsaati. Biyyi kun dhugaa jiru ni beekti. Garuu Abiyyi eenyuuf jecha dura ari'ee salphise. Abiyyi yeroo tokko "hiriyaa gaafa rakkoo" jedhe Lammaadhaan. Gocha hamaa kana yoo raawwate; eenyuufuu hin deebi’u jedha.

Badhaadhinaa fi Ida'amuun Taayyee Danda'aa malee eenyuufuu hin ta'u. Itoophiyaa keessatti namni akka Taayyee Danda'aa guddinaa fi dabalata lallabaa fudhates hin jiru. Kaadireen kumaatamni walitti qabamtee jirtu Taayyee keessaa tokko hin dabaltu. Garuu badhaadhinnii fi ida'amuun Taayyee hidhamuu fi maatii isaa dirree irratti faca'uu irraa hin oolchine.

Gabaabumatti Abiyyi fi badhaadhinni; isaan dhimma nama tokkoo fi aangoo isaa qofa. Waa'ee biyyaa, waa'ee ummataa, waa'ee maatii keetii dantaa hin qaban. Kanaaf Abiyyi fi badhaadhinni bu'aa fi oolchuuf wal loluurra; ofii fi maatii keessan baraaraa. Gorsa kooti.

Fulaa Facebook kenyaa irra Follow gochuun hordoofaa!

Address

Addis Street
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dhaloota qubee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Dhaloota qubee:

Share