LAFTO TIMES

LAFTO TIMES Always we are with trustfulness

06/09/2022

🤣🤣🤣🤣🤣

29/08/2022

Lolli tola hin qabu
======================

Namni ykn hawwasni lola irraa bu’aa argatu hin jiru. Lolli aarsaa, gidiraa, gara jabinaa fi badii gorguddoo of keessaa qaba. Wayyaaneen dura yeroo lola mootummaa Itioophiyaa wajjin jalqabdu, “lolli nuuf tapha aadaati” jedhan. Lolichi jalqabamnaan garuu taphichi akka jedhame ta’uu hin dandeenye. Manguddoonni taphicha taphachiisuu beekna jedhan taphicha nyaatamanii, hedduun isaanii taphichaanis nyaatamani. Kan hafan immoo yeroo ammaa malnourished ta’anii rakkachaa jiraachuu argine. Lola sana injifannoon xumuruun haa hafuutii, gaaga’ama lola kanarraa dhufan keessaa bahuuf carraan hin argamne.
Gareen “Gifaa balaw” yoo mootummaan jara kana hin waraanne badnee argamna jedhanii mootummaa waraanaaf dhidhiibaa turanis, dirreen waraanichaa dhufee yoo qe’ee isaanii ta’u akka waan isaan waraana kana hin barbaanneettii fi mootummaan shiraan waraana isaan irratti labse fakkeessanii komachuu eegalan. Waraana duraan itti afarsaa turan sana akka isaan irraa qabbanaa’u waaqa kadhachuutti deebi’ani.
Akka biyyaattiis, sadarkaan isaa wal haa caalu malee sababa waraanichaatiin namni hin miidhamin hin jiru. Namni hedduun maatii fi fira lola dhaqanii wareegamaniif onneen isaanii gaddaan cabeera. Maatii hedduun rakkinaaf saaxilameera. Qaala’iinsi jireenyaa fi rakkoon nageenyaa kutaa biyyattii hunda keessatti babal’achaa dhufe kunis harka caalaa bu’aa waraanicha kanaati.
Sababootni rakkoo kanatti nu oofan hedduu ta’uu malu. Garuu nagaan waan hunda caala. Yoo nagaan hin jirre jireenyi hin jiru. Nagaa qofa haa filannu. Nagaa qofaaf haa hojjannu. 👋🙏

06/08/2022

በመዲናዋ የተሰረቁ እቃዎች ይከማቹባቸዋል በተባሉ ቤቶች ከ1200 በላይ የሞባይል ስልኮችን ጨምሮ የተለያዩ ንብረቶች ከ69 ተጠርጣሪዎች ጋር በቁጥጥር ስር ዋሉ
****************

በአዲስ አበባ የተሰረቁ እቃዎች ይከማቹባቸዋል በተባሉ ቤቶች ላይ በተደረገ ድንገተኛ ፍተሻ ከ1200 በላይ የሞባይል ስልኮችን ጨምሮ የተለያዩ ንብረቶች ከ69 ተጠርጣሪዎች ጋር በቁጥጥር ስር ማዋሉን የአዲስ አበባ ፖሊስ አስታወቀ።

በጥናት ላይ ተመስርቶ በተደረገው ድንገተኛ ፍተሻ በአራዳ፣ ልደታ፣ ቂርቆስ፣ ንፋስ ስልክ ላፍቶ፣ የካ፣ አዲስ ከተማ፣ አቃቂ ቃሊቲ እና ቦሌ ክፍለ ከተሞች የተሰረቁ ንብረቶችን የሚቀበሉ ተጠርጣሪዎችን ከነኤግዚቢቱ መያዙን በአዲስ አበባ ፖሊስ ልዩ ልዩ እና የተደራጁ ወንጀሎች ምርመራ ዳይሬክቶሬት ዳይሬክተር ረዳት ኮሚሽነር አለማየሁ አያልቄ ተናግረዋል።

ብርበራ ከተደረገባቸው 82 ቤቶች ውስጥ 1ሺህ 232 ሞባይል ስልኮችን ጨምሮ 87 ላፕቶፕ ኮምፒውተሮች፣ የመሰረተ ልማት ኬብሎች፣ 231 ስፖኪዮ፣ 3 ቴሌቪዥን፣ 6 ፕሌስቴሽን፣1 ወታደራዊ ሬዲዮ እና ሌሎች በርካታ የተለያዩ የመኪና እቃዎች መያዛቸው ተገልጿል።

ረዳት ኮሚሽነሩ ከጉዳዩ ጋር በተያያዘ 69 ተጠርጣሪዎች በህግ አግባብ በቁጥጥር ስር ውለው ምርመራ እየተጣራባቸው ይገኛል ብለዋል፡፡

ፖሊስ በከተማዋ የሚፈፀሙትን የቅሚያ፣ የስርቆትና ሌሎች ወንጀሎች ለመከላከል የጀመረውን ጥረትና ተጠርጣሪዎችን በቁጥጥር ስር የማዋል ስራ አጠናክሮ የሚቀጥል መሆኑን ረዳት ኮሚሽነሩ አረጋግጠዋል።

በተለያዩ አካባቢዎች ንብረት የተሰረቀባቸው ግለሰቦች በተጠቀሱት ክፍለ ከተሞች ቀርበው ንብረታቸው ስለመኖሩ አረጋግጠው መውሰድ የሚችሉ መሆኑንም መጠቆማቸውን ከአዲስ አበባ ፖለስ ያገኘነው መረጃ ያመለክታል።

የቪዲዮ መረጃዎቻችንን ለማግኘት ትክክለኛውን የዩቲዩብ ቻናላችንን ሰብስክራይብ ያድርጉ
https://www.youtube.com/c/EBCworld/
ፈጣን መረጃዎችን ለማግኘት ትክክለኛውን የቴሌግራም ቻናላችንን ይቀላቀሉ
https://t.me/EBCNEWSNOW
የተመረጡ አጫጭር የቪዲዮ መረጃዎቻችንን ለማግኘት ትክክለኛውን የቲክቶክ አካውንታችንን ይከተሉ
https://www.tiktok.com/

Irra marsiGobi yoo sii gamteere yaa Taayyee koo
23/07/2022

Irra marsi
Gobi yoo sii gamteere
yaa Taayyee koo

20/07/2022
06/07/2022

Hangaasaan mandi'ee jira ☺️

05/07/2022

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when LAFTO TIMES posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share