Firo Oro Page

Firo Oro Page There shall not any man be able to stand before thee all the days of thy life: as I was.. Iyasu 1:5 Deebi'ee dhufeetan gara ofiikoottin isin fudhadha. Yoh 14:3

08/08/2025

Welcome ❤👏

22/04/2024

Raajota sobduu fi Barsiisota sobduu irraa jabeessaa of Eeggadhaa! Waaqayyos ogummaa waa gargar baasu isiniif haa kennu!

07/04/2024

Waan gochuu hin dandeenyeef waadaa hin seeniin. Dubbatanii itti gaabbuu irra, Utuu hin dubbatiin itti yaaduu wayya!

05/04/2024

Ati Nama Gatii Qabudha!

20/01/2024

“Inni yakka kee siif in dhiisa, dhukkuba kee hundumaattiis si fayyisa;”
Far. 103:3

18/01/2024

Namni waan siin jedhu hin dhabu. Ati garuu of ta'ii jiraadhu!

06/01/2024

Yesus hundumaaf dhalateera!
Baga guyyaa jala bultii ayyaana Qileetiin geessani!

02/01/2024

Mul'ata dhabuun jaamaa nama godha. Mul'ata qabaadhu! Mul'anni isa darbe utuu hin taane, bakka har'a jiran dhaabbatanii...

10/12/2023

Address

Oromia
Addis Ababa
1000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Firo Oro Page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Firo Oro Page:

Share