04/09/2026
😭😭
Innaa lillaahii wa’innaa ileyhii raaji’uun
Haati jebal gara fuula Rabbii deemaniiru.
Sirni Awaalcha isaaniis boru raawwatama. Rabbi kan jannataa isaan haa godhu. Maatiif ilmaan isaanii qaqqaalii sanaaf Rabbi sabirii haa kennuuf.