Ispoortiin Jaalala

Ispoortiin Jaalala Ani nama biyyaa Oromooti!

26/06/2026

Qualified for the 2026 FIFA World Cup Round of 32 (19/32): 🌎

🇦🇷 Argentina
🇦🇺 Australia
🇧🇦 Bosnia and Herzegovina
🇧🇷 Brazil
🇨🇦 Canada
🇨🇴 Colombia
🇨🇮 Côte d'Ivoire
🇪🇨 Ecuador
🇫🇷 France
🇩🇪 Germany
🇯🇵 Japan
🇲🇦 Morocco
🇲🇽 Mexico
🇳🇱 Netherlands
🇳🇴 Norway
🇿🇦 South Africa
🇸🇪 Sweden
🇨🇭 Switzerland
🇺🇸 United States

Gabriel gara Real Madrid deemuufi. Real Madrid ittisa isaa jabeessee, morkataa waancaa ta’uuf Konate fi Gabriel waliin q...
04/06/2026

Gabriel gara Real Madrid deemuufi.

Real Madrid ittisa isaa jabeessee, morkataa waancaa ta’uuf Konate fi Gabriel waliin qindeessuu barbaada jedhame. Gabriel immoo erga Penalty sana saatee booda Arsenal keessatti gammadaa miti jedhameera. Miirri sodaa deggartootaa fi qaana’uu waan itti dhaga’amaa jiruuf garecha gad dhiisee bahuufi jedhameera.

Kan gabaase The Telegraph dha🙈

Adidas has launched a special edition of the Real Madrid jersey for dogs who support the club globally.
03/06/2026

Adidas has launched a special edition of the Real Madrid jersey for dogs who support the club globally.

Baga nagaan gara Kilaba Guddicha Ingilaand nagan dhufte, Éderson José dos Santos! 🇧🇷✨Theatre of Dreams' keessatti maatii...
03/06/2026

Baga nagaan gara Kilaba Guddicha Ingilaand nagan dhufte, Éderson José dos Santos! 🇧🇷✨

Theatre of Dreams' keessatti maatii Red Devils-tti dabalameera. Egeree gaarii fi milkaa'ina guddaa Manchester United keessatti siif hawwina! 🏆⚽️

Hardhi Guyyaa dhaloota Benjamin Sesko ture.Happy birthday 🎉🎉🎉🎉🎉
31/05/2026

Hardhi Guyyaa dhaloota Benjamin Sesko ture.

Happy birthday 🎉🎉🎉🎉🎉

Vini Jr. Waancaa Addunyaa 2026 baranaa irratti garee biyyoolessa Biraazil keessatti lakkkoofsa 10 kan Neymar fayyadamaa ...
31/05/2026

Vini Jr. Waancaa Addunyaa 2026 baranaa irratti garee biyyoolessa Biraazil keessatti lakkkoofsa 10 kan Neymar fayyadamaa ture akka fayyadamu gaafatamnaan kabajaa fi jaalala olaanaa Neymar Jr. tiif qabna,lakkoofsichis kanuma isaati,isumaaf mala kanarratti qoosaan hin jiru jechuun deebise.

Deebii taphataa Real Madrid Vinishiyees Juuniyeer akkamiin ilaaltan❓Sirrii moo sirrii miti❓Maaliif❓

Riikardii gadaanaa Arsenal.Kubbaa qabatee tureen(ball possession) riikardiin Arsenal kaleessa PSG waliin argisiise baay'...
31/05/2026

Riikardii gadaanaa Arsenal.

Kubbaa qabatee tureen(ball possession) riikardiin Arsenal kaleessa PSG waliin argisiise baay'ee gadi bu'aa ta'uun seenaa tapha xumuraa waancaa Chaampiyoonsi Liigii keessatti riikardii gadaanaan galmaa'ee jira.

Taphattoota goolii olaanaa galchuun Chaampiyoonsi Liigii Awurooppaan riikardii qabatan⚽️📊
29/05/2026

Taphattoota goolii olaanaa galchuun Chaampiyoonsi Liigii Awurooppaan riikardii qabatan⚽️📊

Address

Bule Hora
Addis Ababa
10000

Telephone

+251983252250

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ispoortiin Jaalala posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Ispoortiin Jaalala:

Shortcuts

Share