Mati B.gurara consultancy

Mati B.gurara consultancy Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mati B.gurara consultancy, Digital creator, Stadium, Addis Ababa.

18/02/2026

Akkam jirtu nuti deebii injinariingi dha !

Konkolaataa suphisiisuu yeroo barbaadamu qulqullinni meeshaa waanta nama yaaddeessudha. Furmaata kanaaf filannoon keessan deebii injinariingii haa ta'u.
Deebii injinariingiin meeshaalee suphaa konkolaataa qofa osoo hin taane ogeessota ykn injinaroota ciccimoo faana isiniif dhiyeessina. Konkolaataa elektirikaa kamiif meeshaa kam barbaadu?
1. Filtroo
2. Bracket
3. Golga konkolaataa (body part)
4. Golga magnetaa ( haguuggii daara fi bokkaaf kan oolu
5. Asxaalee konkolaataa
6. Pumpers fuulduraa fi duubaa
7. Meeshaalee suphaa, seensarootaafi hundumaaf bakka tokkotti argattu.

Deebii injinariingii fidaa meeshaalee konkolaataa fi raabsaa.

25/06/2022

Yuunivarsiitiin Riifti Vaalii damee isaa naannoo Ashawaa Meedaatti argamu maqaa Dirree Gafarsaatiin beekamu maqaa Aartistii Oromoo beekamaa fi jaal'atamaa Haacaaluu Hundeessatti moggaasuuf murteessee qophii taasisaa jira. Dhimma kanaan wal-qabatee Yuunivarsiitiin keenya jaal'atamoo maatii Aartisti Haacaaluuf kabaja qabu ni ibsa. Barbaachisummaan moggaasa damee kanaa maqaa Aartistii keenyaan ta'uun yaadannoo Haacaaluu Hundeessaa guddina Aartii fi Muuziqaa Oromoof gumaache dhalootaaf dabarsuu keessatti gahee ni qabaata amaantaa jedhu qabna.
Guyyaan raawwii Waxabajjii 21/2014.
Yuunivarsiitii Riifti Vaalii

Address

Stadium
Addis Ababa

Opening Hours

Monday 02:30 - 12:30

Telephone

+251915965849

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mati B.gurara consultancy posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mati B.gurara consultancy:

Share