11/05/2026
YOO SIRRITTI YAALAMUU BARBAADDE!
---
Mana yaalaa deemtee wal'aansa sirrii ta'e argachuuf wantoota armaan gadii kanneen gonkumayyuu dhooksuu hin qabdu :-
1. Umrii Sirrii ta'e
2. Dubartii yoo taate Ulfa qabaachuu fi Hoosisaa jiraachuu ishee
3. Qorichoota dura fudhanne kan Aadaas haa ta'u kan ammayyaa.
4. Dhukkuba dura qabdu.
5. Dhukkuba maatii kee keessa jiru
6. Haala dhukkuba keetii hundumaa fi
6. Odeeffannoo Ogeessi wal'aansaaf na gargaara jedhee si gaafatu kamiyyuu osoo hin sobin ogeessatti himuu qabda.