Kutaa magaalaa Gullaleetti Aanaa10 paartii badhaadhinaa

Kutaa magaalaa Gullaleetti Aanaa10 paartii badhaadhinaa politics

የኦሮሚያ ክልል ለሰላም፥ለመልካም አስተዳደርና ለልማት ልዩ ትኩረት ሰጥቶ ሲሰራ መቆየቱን አቶ ሽመልስ አብዲሳ ገለጹ  አዲስ አበባ፣ መጋቢት 12፣ 2014 (ኤፍ ቢ ሲ) የኦሮሚያ ክልል መንግስ...
21/03/2022

የኦሮሚያ ክልል ለሰላም፥ለመልካም አስተዳደርና ለልማት ልዩ ትኩረት ሰጥቶ ሲሰራ መቆየቱን አቶ ሽመልስ አብዲሳ ገለጹ

አዲስ አበባ፣ መጋቢት 12፣ 2014 (ኤፍ ቢ ሲ) የኦሮሚያ ክልል መንግስትና ህዝብ የሀገር ሉዓላዊነት እና ሰላም ከማስከበር ጎን ለጎን የመልካም አስተዳደር ችግሮችን በመቅረፍ የልማት ስራዎችን ለማፋጠን በልዩ ትኩረት ሲሰራ መቆየቱን ርዕሰ መስተዳድር ሽመልስ አብዲሳ ተናገሩ።

ርዕሰ መስተዳድሩ ባለፋት ሰባት ወራት የተከናወኑ የክልሉን የስራ አፈፃፀም ሪፖርት፥ ለሁለት ቀናት በሚቆየው የጨፌ ኦሮሚያ መደበኛ ጉባኤ በማቅረብ ላይ ናቸው።

ሽብርተኞቹ የሸኔ፣ አባ ቶርቤ እና የህወሓት ቡድን አባላት ክልሉን የጦርነት አውድማ ለማድረግ እና የልማት ስራዎችን ወደ ኋላ ለመመለስ ያደረጉትን ያልተቋረጠ እንቅስቃሴ ለመመከት መሰራቱንም ርዕሰ መስተዳድሩ ገልጸዋል።

አሁንም እነዚህ የታጠቁ ኃይሎች በክልሉ የተለያዩ ዞኖች እየፈጸሙ ያሉትን ከፍተኛ ውድመት መከላከል ጊዜ የሚሰጠው ጉዳይ አይደለም ነው ያሉት።

የኑሮ ውድነትን ችግር ለመቅረፍ የ6 ነጥብ 3 ሚሊየን ኩንታል እህል፤ 1 ነጥብ 4 ሚሊየን ቶን ፍራፍሬ:፤ የ3 ነጥብ 26 ሚሊየን የቁም እንስሳት የገበያ ትስስር መፈጠሩን አንስተዋል።

በአዲስ አበባ የተጀመረው የኦሮ ፍሬሽ ኢኒሼቲቭም ሰፊ የገበያ ትስስር እየተፈጠረበት መሆኑን ተናግረዋል።

በ2013/14 ዓ.ም የምርት ዘመን በክረምት እርሻ ልማት ከ6 ሺህ 309 ሄክታር መሬት 188 ነጥብ 2 ሚሊየን ኩንታል ምርት ስለመገኘቱ በሪፖርቱ ጠቅሰዋል።

በበጋ የመስኖ ስንዴ ልማት በዘንድሮው ዓመት ከ350 ሺህ ሄክታር 17 ሚሊየን ኩንታል ምርት ለማግኘት መታቀዱንና በአንደኛው ዙር ልማት ከ355 ነጥብ 1 ሄክታር ማልማት መቻሉንም ነው የተናገሩት።

ለዘንድሮው የአረንጓዴ አሻራ ልማትም 4 ነጥብ 8 ቢሊየን ችግኝ ለማዘጋጀት ታቅዶ እስካሁን የ2 ነጥብ 7 ቢሊየን ዝግጅት ስራ መጠናቀቁንም ርእሰ መስተዳደሩ በሪፖርታቸው አመላክተዋል።

ኢትዮጵያን፦ እናልማ፣ እንገንባ፣ እንዘጋጅ!
ወቅታዊ፣ትኩስ እና የተሟሉ መረጃዎችን ለማግኘት፡-
ድረ ገጽ፦ https://www.fanabc.com/
ፌስቡክ፡- https://www.facebook.com/fanabroadcasting
ዩትዩብ፦ https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
ቴሌግራም፦ https://t.me/fanatelevision
ትዊተር፦ https://twitter.com/fanatelevision በመወዳጀት ይከታተሉን፡፡
ዘወትር፦ ከእኛ ጋር ስላሉ እናመሰግናለን!

OBN Bitootessa 02,2014-Yaa’ii Paartii Badhaadhinaa 1ffaa gaggeeffamaa jiru irratti dhimmoonni ijoo  ka’an;  Yaa’ichi wa...
11/03/2022

OBN Bitootessa 02,2014-Yaa’ii Paartii Badhaadhinaa 1ffaa gaggeeffamaa jiru irratti dhimmoonni ijoo ka’an;

 Yaa’ichi wayita Hidhi Haaromsi Guddichi Itoophiyaa humna elektirikii maaddisiisuu eegaluusaatti gaggeeffamuun isaa seenaa isa taasisa.

 Yaa’ichi diinonni Itoophiyaa keessaafi alaan qindaa’uun yoo duulanis tokkummaa ijoolleesheen injifannoon argamuun adda isa taasisa.

 Paartiin Badhaadhinaa nageenya ummata Itoophiyaa, haqummaafi fedhii bulchiinsa gaarii itti fufiinsaan mirkaneessuuf kan hojjetu paartii sabdanneessaadha.

 Paartiin Badhaadhinaa jijjiiramicha irraa eegalee gufuulee baay’een yoo isa muudatanis lammiilee haala hirmaachisuun ga’umsaan ce’uun barnoota fudhachuu fi rakkoolee gara injifannootti paartii jijjiiredha.

 Paartichi aadaan dimookiraasii akka diriiruuf kan hojjetudha, Itoophiyaanoota hunda kan hammate Paartii sabdanneessaadha.

 Paartichi fayyidaa fi mirga dhaloota har’aa fi boriif kan qabsaa’uudha.
Odeeffannoon Wayitaawaan bakka jirtanitti akka isin dhaqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa OBN irraa odeeffannoo wayitaawaa argachuu yoo feetan:
Yuutuubii: Youtube.com/OBNoromiyaa
Feesbuukii Afaan Oromoo: http://facebook.com/OBNAfaanoromo
Raadiyoo OBN https://zeno.fm/radio/obnradio/
Tiwiiterii: https://twitter.com/OBNoromiyaa
Feesbuukii Afaan Amaaraa:- http://facebook.com/OBNAmharic
Feesbuukii Afaan Ingilizii:- http://facebook.com/OBNEnglish
Teeleegraamii:https://t.me/OBN_VoiceOfthepeople
Yeroo hunda waan nu waliin jirtaniif ulfaadhaa.
OBN Sagalee Uummataa.

OBN Bitooteessa 02, 2014- Paarttiin Badhaadhinaa yaa’ii 1ffaa isaa taa’uu eegale jira.Yaa’iin kunis faaruun biyyatti faa...
11/03/2022

OBN Bitooteessa 02, 2014- Paarttiin Badhaadhinaa yaa’ii 1ffaa isaa taa’uu eegale jira.

Yaa’iin kunis faaruun biyyatti faarfamuun ifaan eegale jira.

Yaa’ii kanas Itti Gaafatamaan Waajjira Muummee Paartii Badhaadhinaa obbo Adama Faaraah, hirmaattootaafi keessummoota affeeramaniin baga nagaan dhuftan jedhaniru.
Masfin Baqqalaatu gabaase.

Odeeffannoon Wayitaawaan bakka jirtanitti akka isin dhaqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa OBN irraa odeeffannoo wayitaawaa argachuu yoo feetan:

Yuutuubii: Youtube.com/OBNoromiyaa
Feesbuukii Afaan Oromoo: http://facebook.com/OBNAfaanoromo
Raadiyoo OBN https://zeno.fm/radio/obnradio/
Tiwiiterii: https://twitter.com/OBNoromiyaa
Feesbuukii Afaan Amaaraa:- http://facebook.com/OBNAmharic
Feesbuukii Afaan Ingilizii:- http://facebook.com/OBNEnglish
Teeleegraamii:https://t.me/OBN_VoiceOfthepeople
Yeroo hunda waan nu waliin jirtaniif ulfaadhaa.
OBN Sagalee Uummataa.

OBN Guraandhala 28,2014- Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Gullallee Aanaa 5,bakka addaa Bakka Bashanaanaa Mu...
07/03/2022

OBN Guraandhala 28,2014- Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Gullallee Aanaa 5,bakka addaa Bakka Bashanaanaa Mulugeetaa jedhamutti eeruu hawaasni kenneen Zayitiin Nyaataa Mankuusaa 4 keessatti kuufame to’annaa jala oole.

Ayyaanni Injifannoo Adwaa Dhaloota Har’aafi   Boruutiif Hiikkaa Guddaa Qaba JedhameOPP Gurraandhala 23, 2014- Ayyaanni I...
02/03/2022

Ayyaanni Injifannoo Adwaa Dhaloota Har’aafi Boruutiif Hiikkaa Guddaa Qaba Jedhame

OPP Gurraandhala 23, 2014- Ayyaanni Injifannoo Adwaa, Ayyaana dhaloota har’aaf boruutiif hiikkaa guddaa qaba jedhan Pirezedaantiin Itti Aanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii.

Ayyaanni kun seenaa addunyaa gurraachi Adii mo’achuu itti danda’u agarsiisedha jedhan.

Ayyaanichi miira injifannoofii mo’ichaa uummata Itiyoophiyaatti uumes jedhan.

Kan bara kanaa adda kan taasisu dhaloonni ammaa humna juuntaa itti barbadaa’aniifii Hidhi Haaromsa Guddichi Itti Humna anniisaa maddisiisuu eegale ta’uudha kan jedhan Obbo Awwaluun,uummanni Itiyoophiyaa garaa garummaa hamma fe’e qabaatus yoomiyyuu taanaan dhimma biyyaaf dursa kenna jedhan.

Koloneeffattoota galaana ce’anii dhufanis kan qaanessanii deebisan Onnee gootummaafii tokkummaa isaanii cimsuuni jedhan.

Qabsoo injifannoo kana keessatti uummanni Oromoo utubaa ta’ee loltootafi ajajoota loltootaa heddumminaan hiriirsisuun kan biyya ijaaredha.

Haaluma walfakkaatuun weerara yeroo darbe TPLF biyya diiguuf aggaamtes bifuma Adawaa duraatiin ofirraa qollanneerra jedhan.

Amma kan nu fuula dura jiru injifannoo Adwaa misooma irratti galmeessuuf of qopheessuu qabna jedhan.

Tokkummaa uummattootaa cimsuuf wantoota gargar nama qoodan dhiisanii waan kan waloo ta’e qabatanii fuulduratti imaluu barbaachisa jedhan.

Maddi: OBN

MM Abiy Ahimad kabaja ayyaana Adwaa 126ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan..Muummeen Ministira Dr. Abiy A...
01/03/2022

MM Abiy Ahimad kabaja ayyaana Adwaa 126ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan..
Muummeen Ministira Dr. Abiy Ahimad kabaja ayyaana Adwaa 126ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.

Gootoonni abootiifi haadholii keenyaa waanjoo bittaa garbummaa, gadi aantummaa fi qaanii diduun seenaa kan itti hojjetaan ayyaana Injifannoo Adwaa kabajuu keenyaas nuti carraa qabeessootadha jedhaniiru.

Ayyaanichi yerootti bilisoomnee miti, bilisummaan keenyaa akka boorofneef irreetokkomeen kan tiksinedha malee.nuti ayyaana bilisummaa hin qabnu. Ayyaana injifannoo malee.kun seenaa yeroo kaminiiyyuu itti boonnudhas jedhaniiru.

Injifannoon Adwaa Afrikaanoonnii, Eshiyaanoonnii fi Ameerikaanoonni Kibbaa waanjoo garbummaa akka cabsaniif, bitta garbummaa akka ittisaniif, imaammataa gadi aantummaa akka jijjiirranis taasiseera jedhan.

Injifannoon Adwaa seeneessa badaa gurraachaa fi adii gidduu ture kan jijjiiree, eenyumma uummattoota gurrachaaf ragaa kan ba’eedha jedhaniiru.

Injifannichi Ityoophiyaa tuquun balaa inni fiduu barsiisee kan darbee siidaa guddaadha jedhaniiru,

Injifannoon Adwaan maallaqaa qaalidhaa.gara wantoota hedduuttis jijjiirramuu ni danda’aa jedhan.

Gaaffiin jiru garuu maallaqaa qaalii kana dhimma barbachiisaaf itti fayyadamnaarra? Kan jedhuudha.

Boodatti haftummaa hambisuuf, hiyyummaa balleessuuf, saaxilamummaa beelaa hambisuu, deemikoraasii fi haqni waaraan akka jiraatuu taasisuu, tokkummaa fi obbolummaa jabeessuuf tattaaffii taasifnee fi bu’aa argamee yoo madaallee injifannoon Adwaa karaa sirriin jijjirramuun hojiirra akka oolee nu agarsiisaa jedhaniiru.

Bittaa fi waanjoo garbummaa, gadii antummaa fi qaanii diduun aarsaan kaffallee birmaddummaa fi bilisummaa biyyaa keenyaarratti jijjiirrama murteessaa fideera jedhan.

Biyya hin xuqamnee,walabummaa isheetiin barabaraan kan jiraattu akka qabaannus taasiseera.

Injifannoo Adwaa akka maallaqaa qaaliitti jijjiirree yoo itti fayyadamnee, yaadoota keenyaa, kobbee, beekumsaa, kalaqaa, humna keenyaa wantoota sadii balleessuuf oolchu qabna.isaaniis hiyyummaa, boodatti haftuummaa fi walqoqqooduudha.

Diinoonni sadeen kun yoo injifatamaan, Ityoophiyaan goototashee duraan kan boontuu yoo taatuu, gootota haaraan biyyaa kabajaan waamamtu ni taati jedhan MM Abiyinhimaniiru.

OBN Guraandhala 18,2014-Akka Naannoo Oromiyaatti Iddoowwan hawwata Tuurizimii misoomsuuf dhaabbati haaraa Birrii biiliyo...
26/02/2022

OBN Guraandhala 18,2014-Akka Naannoo Oromiyaatti Iddoowwan hawwata Tuurizimii misoomsuuf dhaabbati haaraa Birrii biiliyoona 4’n hundaa’e.

Akka naannichaatti iddoowwan hawwata Tuuriizimii misoomsuuf dhaabbilee biyya alaa fi abbootii qabeenyaaf qaamota biroo eeguu qofa osoo hin ta’iin, qabeenya naannichi qabu qixaan misoomsuuf dhaabbatni “Ijaa Developer” jedhamu Birrii biiliyoona 4’n hundaa’uu, Pirezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa,Obbo Shimallis Abdiisaa himaniiru.

Akka Obbo Shimalis jedhanitti, dhaabbatni kun akka mootummaa naannichaatti maallaqa hagana gahuun hundeesse kan jalqabaati;Dhaabbatichi iddoowwan hawwata Tuurizimii Oromiyaan qabdu dhaabbilee biroo waliin ta’uun kan misoomsuu ta’a jedhan.

Akka karoora kanaatti godinaalee Oromiyaa hunda keessatti jechuun ni danda’amaa qabeenyota gurguddoon galii baayyee argamsiisuu danda’an waa xiqqoo itti dabaluun misoomsuun yoo danda’ame badhaadhina biyyaa ni dhugoomsinas jedhaniiru,Obbo Shimallis.

Dhaabbatni “Ijaa Developer” hojii isaa qixaan yoo milkeesse Oromiyaan hawwata Tuurizimiin gara sadarkaa 1ffaatti fiduun ni danda’amas jedhan.Irgixaa Gonfaatu gabaase.

Odeeffannoon Wayitaawaan bakka jirtanitti akka isin dhaqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa OBN irraa odeeffannoo wayitaawaa argachuu yoo feetan:
Yuutuubii: Youtube.com/OBNoromiyaa
Feesbuukii Afaan Oromoo: http://facebook.com/OBNAfaanoromo
Raadiyoo OBN https://zeno.fm/radio/obnradio/
Tiwiiterii: https://twitter.com/OBNoromiyaa
Feesbuukii Afaan Amaaraa:- http://facebook.com/OBNAmharic
Feesbuukii Afaan Ingilizii:- http://facebook.com/OBNEnglish
Teeleegraamii:https://t.me/OBN_VoiceOfthepeople
Yeroo hunda waan nu waliin jirtaniif ulfaadhaa.
OBN Sagalee Uummataa.

OBN Gurraandhala15,2014-Biyyi keenya akka hin guddanneef kan taasisuu keessa 2’n Haaloo qabachuufi Hattummaadha jedhan, ...
22/02/2022

OBN Gurraandhala15,2014-Biyyi keenya akka hin guddanneef kan taasisuu keessa 2’n Haaloo qabachuufi Hattummaadha jedhan, Ministiirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad.

Haaloo walitti kuusuun bakka hunda jira.Namoonni hatan diinagdee biyyi hin qabne irraatti.

Haanni akka nama laga ce’uu danda’uuti.Namni tokko qofa Hannaa hambisuu hin danda’u; Hunduu tokko ta’ee waliin dhaabbachuu qabu.

Guddannes guddachuu baannes hanni jiraannaan bu’aa hin qabu.
Namoonni matta'aa kennaniifi fudhatan hojimaanni walxaxaan jiraannan biyyi guddina hin qabdu.

Ammas TPLF lakkoofsa Baankii Jeneraalota keenyaa gaafatu kan diduus jira.Kan garaan lama ta’uus jira.

Kana hanbisuuf hojimaata ammayyeessuun hanna kana irratti duuluuf hojjetamaa jira; garuu ilaalcha hawaasaa keessatti Miidiyaan Gabaasa Qorannoo’Investigeetiiv Jornaalizimii’ ni eegala.
Qaamni kamuu hojii kana dhaabuu hin danda’amu. Jijjiiramni yeroo barbaadu;Dhaabbileen keenyas akkasuma.

Amma uummanni keenya halkan hojjechuu eegalanii jiru.Fakkeenyaaf Dhaabbanni nama Obbo Mogos jedhamuun hogganamu halkan hojjetu.

Hojiin kenna Tajaajila Lammummaafii tola ooltummaa baramuu qabu.
Godinaa gaditti namoonni jiran haaraadha akka jedhamu TPLF waliin tokko miti jedhan.

Namoonni hiikamun maaf barbaachise.
Miidhanii dhiifama gochuurra miidhamanii dhiifama gochuu bu’aa qabeessa.

Paartileen Siyaasaa Itiyoophiyaa rakkoo guddaa qabu.
Waan darbe keessaa waan gaarii baasuu irra kan darbeen walqocoluudha.

Namoota hiikaman ilaalchisee dhimoonni 3 ilaalameeti:
1.Nageenya itti fufiinsaas
2.Namoota Seenaa isaanii darbee qorachuuni.
3.Injifannoo keenya jabeessuun.

Seenaa Itiyoophiyaa keessatti waraanni yeroo dheeraaf itti fufeera.
Waan Waraanaan Injifatte Nageenyaan dabaluu qabda.Waraanni Itiyoophiyaa keessatti waraanni waliinii injifannoon hin argamu.
Namoonni kun hiikamuu isaaniitiin biyyi fayyadamteetti. Tarkaanfiin fudhatame biyya baraaruuf yoo ta’e rakkoo hin qabu kan rakkoo qabu firummaan,gubboonii fi waan biraan yoo hiikan rakkoo qaba.

Hanga ammaatti nuti mariin araaraa godhame hin jiru.Lola kan eegale TPLF.
Kanaaf birmadummaa biyyaa eeguuf seenne.Amma Nageenya Biyyaalessaa mirkaneessuuf mariin Biyyaalessaa Seeraan akka gaggeeffamuuf tumsuu qabu.
Waan hunda kan murteessu Uummata Itiyoophiyaati.

Dhimma Riifereendenii kan murteessu Uummata Itiyoophiyaati.Mariin Biyyaalessaa Hunda kan haammatu,kutaan hawaasaa kan keessaa hafu jiraachuu hin qabu.

Paartileen Morkattootaa Yaada biyya ijaaru qabaannaan fudhannee itti fayyadamuuf Badhaadhinni qophiidha. Amma sadarkaa 4’n jiran keessaa marii Biyyaalessaatiif Qophiitu taasifamaa jira.

Kanaaf immoo Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa Komiishinicha Hundeessuuf haalli itti deeme gaariidha.
Miseensonni Mana Maree hundi uummata Itiyoophiyaa qixa ilaaluu qabu.
Mootummaan Federaalaa Mootummaa Affaar waliin walitti dhufeenyaan hojjechaa jira.

Lolli yeroo darbee lola daangaa miti.Lola maqaa balleessiiti.
TPLF dogoggora lammataa osoo hojjechuu baate.Naannoo Tigiraayi deebisanii ijaaruuf uummanni Itiyoophiyaa hunduu idaa qaba.
Shaneen garee Saamtuuti;Kaayyoo hin qabu,qaama dhaabbatuuf hin beeku,kan bitaa itti galedha.
Mootummaan Federaalaafi Mootumman Naannoo Oromiyaa waliin qabsoo cimaa taasisee jira.
Gareen kun gocha isaa irraa akka deebi’uuf qindoominaan hojjetamuu qaba.Ijaarsi Humna addaa Naannolee seeraan ijaaramuu qaba.
Istaandardiin taa’eefi ittiin buluun barbaachisaadha.
Humni Nageenyaa Federaalaatti haala cimaan hojjetamaa jira.
Naannoleen hunduu humna addaa Naannoo isaanii eegsisuuf ijaarrachuun muuxannoo Biyyoota guddataniiti.
Paartilee Dorgomtootaa waliin hojjechuun bu’aa qabeessa ta’uu arginee jirra.Gara fuula duraatti muuxannoo kana cimsinee itti deemna.
Badiifi misooma mataa keenya irraa barannee jirra. Finxaaleyyummaan Hayyoota uummata irratti balaa guddaa akka geessissu baranneerra.

Itiyoophiyaan eenyumaafuu kan hin jilbeeffanne ta’uu. Qormaata gara carraatti jijjiiruu barannee jirra.

Dhimma Chaarterii Magaalaa Dirre Dawaa qorannoon ilaallee deebifna.
Namoota birmadummaa biyyaaf wareegaman maatii isaanii mootummaan Naannoofi Federaalaa ni hojjetu.
Dhimma Hongeen walqabatee jiruuf lubbuun namaa akka hin miidhamneef deeggarsi taasifamee jira.
Beelladoonni hedduun dhumaniiru. Furmaanni waaraa Sirna bulchiinsa Bishaanii cimsuudha.
Dippiloomaasii ilaalchisee Ameerikaa waliin michummaa yeroo dheeraa qabna kanuma cimsinee Itti fufna.
Eertiraan Obboleeyyan keenya, isaan waliinis Faayidaa walootiif waliin hojjenna.
Muudamni Ambaassaadarootaa Qorannoo irratti kan hundaa’eefi qormaata irratti kan hundaa’e.
Loltuu irraas kan muudaman bakka sanatti waan barbaachisuufi muuxannoo addunyaati.

Odeeffannoon Wayitaawaan bakka jirtanitti akka isin dhaqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa OBN irraa odeeffannoo wayitaawaa argachuu yoo feetan:
Yuutuubii: Youtube.com/OBNoromiyaa
Feesbuukii Afaan Oromoo: http://facebook.com/OBNAfaanoromo
Raadiyoo OBN https://zeno.fm/radio/obnradio/
Tiwiiterii: https://twitter.com/OBNoromiyaa
Feesbuukii Afaan Amaaraa:- http://facebook.com/OBNAmharic
Feesbuukii Afaan Ingilizii:- http://facebook.com/OBNEnglish
Teeleegraamii:https://t.me/OBN_VoiceOfthepeople
Yeroo hunda waan nu waliin jirtaniif ulfaadhaa.
OBN Sagalee Uummataa.

Abbichuu Abbaa Biyyaa Abbaa Malaa, Ministira Muummee Itoophiyaa Dr. Abiyyi Ahmad kallattiin Hidha Haroomsaa Guddicha Ito...
20/02/2022

Abbichuu Abbaa Biyyaa Abbaa Malaa, Ministira Muummee Itoophiyaa Dr. Abiyyi Ahmad kallattiin Hidha Haroomsaa Guddicha Itoophiya, Gubaa irraa suuraan:-

Hidhi Haaromsaa Guddichi Itoophiyaa Eebbifame Anniisaa Maddisiise OPP: Gurraandhala 13,2014- Ministirrii Muummee Dr Abiy...
20/02/2022

Hidhi Haaromsaa Guddichi Itoophiyaa Eebbifame Anniisaa Maddisiise

OPP: Gurraandhala 13,2014- Ministirrii Muummee Dr Abiyyi Ahimad Sirna eebba Jalqabbii Anniisaa Elektirikii Maddisiisuu Hidha Haaromsaa Guddicha Itoophiyaa jalqabsiisan.

Jilli Dr. Abiyyi Ahamdiin durfamu Piroojeekti Ijaarsa Hidha Haaromsaa Guddicha Itoophiyaa Jalqabbii anniisaa Elektirikaa maddisiisuu erga eegalchiisani booda keessa naanna'uun hojii ijaarsa waliigalaa daawwachaati jira.

Maddi: OBN

Address

Shagole
Addis Ababa

Telephone

+251112595695

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kutaa magaalaa Gullaleetti Aanaa10 paartii badhaadhinaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Kutaa magaalaa Gullaleetti Aanaa10 paartii badhaadhinaa:

Share

Category