17/12/2025
ለህንድ ጠቅላይ ሚኒስትር ናሬንድራ ሞዲ በብሔራዊ ቤተመንግሥት ይፋዊ አቀባበል ሥነሥርዓት አድርገናል። ከክቡር ጠቅላይ ሚኒስትሩ ጋር ውይይት ካደረግን በኋላ ከልዑካን ቡድኖቻችን ጋር የሁለትዮሽ ውይይት አካሂደናል። በውይይታችን በኢትዮጵያ እና ህንድ መካከል እያደገ የመጣውን ትብብር እና የወል ቅድሚያዎች የሚያንፀባርቁ አዳዲስ የትብብር መስኮችን ቃኘተናል። በሁለቱ ሀገራት መካከል በጉምሩክ የጋራ አስተዳደር ድጋፍ፣ በኢፌዲሪ የውጭ ጉዳይ ሚኒስቴር የዳታ ማዕከል ምስረታ የመግባቢያ ሥምምነቶችን እንዲሁም በአለምአቀፍ የሰላም ማስከበር ላይ ያለንን ቁርጠኝነት የሚያሳይ እና የሚያጠናክረውን የተባበሩት መንግሥታት የሰላም ማስከበር ሥራ የመግባቢያ ሥምምነት የፊርማ ሥነሥርዓት ላይም ተገኝተናል። ህንድ የኢትዮጵያ የረጅም ጊዜ አጋር ስትሆን የዛሬዎቹ ውይይቶች እና ሥምምነቶችም ለጋራ ጥቅም በተለያዩ ዘርፎች ያሉንን ትብብሮች ለማስፋት ያለንን የጋራ ቁርጠኛ አቋም ያሳያሉ።
Ministira Muummee Indiyaa, Naarendiraa Moodii Masaraa Mootummaa Biyyaalessaatti sirna ifa ta'een simanneerra. Kabajamoo Ministira Muummichaa waliin addatti lama taanee maarii milkaa'aa edda marii'annee booda jila keenya garlachanii waliin naannawaa walta'insa haaraa michummaa guddachaa jiruufi duraaduuba waloo Itoophiyaafi Indiyaa gidduu jiru sakatta'uu irratti marii'anneerra.
Akkasumas waliigaltee ijoo dhimmoota Deeggarsa Bulchiinsaa Waliinii Gumuruukii dabalatee Ministeera Dhimma Alaa Itoophiyaa keessatti Giddugala Daataa hundeessuu irratti Sanada Waliigaltee Walhubannaafi Walta'insa Nagaa Eegumsa Mootummoota Gamtoomanii irratti Sanada Waliigaltee Walhubannaa nagaafi tasgabbii idil-addunyaa irratti murannoo keenya waloo cimsu, bakkuma nuti argamne kanatti walii mallatteessineerra. Indiyaan michuu Itoophiyaa yeroo dheeraa yoo taatu, mariiwwan har'aas dameewwan hedduudhaan bu'aa waloo biyyoota keenyaaf jecha walta'insa keenya babal'isuuf murannoo waloo qabnu kan agarsiisanidha.
I had the pleasure of welcoming Prime Minister Narendra Modi of India at the National Palace during an official ceremony. We held a productive tête-à-tête meeting, followed by a bilateral session with our respective delegations, exploring renewed avenues of cooperation that reflect the growing partnership and shared priorities between Ethiopia and India. We also presided over the exchange of key agreements, including the Agreement on Mutual Administrative