Allhamdulillah

Allhamdulillah Just for history
♥️💚❤️🧡👌

24/07/2025

Halkan Jum'a. Ergama Rabbii Nabi Muhammadﷺ .Irraatti Salawata Buusu Baay'isaa❣️

Pretty talented actress ❤️
24/07/2025

Pretty talented actress ❤️

Haala keessa jirtuun osoo hin tanee mullata si keessa jirun of madalii 💚🥰💚
17/07/2025

Haala keessa jirtuun osoo hin tanee mullata si keessa jirun of madalii 💚🥰💚

11/07/2025

Arra guyyaan jimmaadhaa mii mee duwaaii waliif haa goonuu Rabbiin isin haa milkeessuu ♥️🤲

🥰🤌

Guyyaa Dhumaa ⌛️Arra guyyaa xumura galmee baruumsa Afaan Ingiliizii Akkoo shool. Guyyoota 90'n dhufan keessatti Afaan En...
10/07/2025

Guyyaa Dhumaa ⌛️

Arra guyyaa xumura galmee baruumsa Afaan Ingiliizii Akkoo shool. Guyyoota 90'n dhufan keessatti Afaan English karaa salphaan akka Afaan Oromotti haasawuuf ammuma galmaa'i.

🌎 Addunyaa kanarra biyya feete yoo jiraatte Afaan englidsh barachuun hedduu si barbaachisa.

▫️Afaan English beekuun:
◦ Jireenya salphisa
◦ Odeeffannoo addunyaa argachuuf gargaara
◦ Carraa hojii hedduu siif bana

✅ Carraa kana hin dabarsin. Bakkuma jirturraa bilbila kee qofa fayyadamuun online baradhu. Akkoo School kafaltii yeroo tokkootiin ji’a sadii si barsiisuuf si eegaa jira.

Waa’ee barnoota Akkoo School kan beekuu qabdu:
• Afaan Ingiliffaa akkamitti akka dubbatamu karaa salphaa ta’een ni baratta — (barnoonni Afaan Oromootin akka salphatti namaaf galutti dhihaata)
• Barnooticha erga xumurte booda sertifikeeta sadarkaa Addunyatti si fayyadu maqaa keetiin ni argatta.
• Barsiiftonni si barsiisan kanneen sadarkaa Addunyatti ragaa qabaniidha (Amerikaattillee leenjii kan fudhataniidha)
• Barnoonni kun guutumaan guutuutti online dha (Addunyarra iddoo jirtutti barachuu dandeessa)
• Kafaltiin yeroo tokko qofa kafaltee, ji’a sadii guutuu baratta.
• Dhumarrattis, yoo maqaa Birraatin galmooyte, badhaasa qarshii 500,000 moo’ata

Galmaa’uuf link comment jalaa fayyadami 👇

namni si jaalatu maalif sitti aara beektaa waan si jibbuufi na amani😄Facts 💯 ❤️ Ten Unknown Facts About  Founding: Tesla...
10/07/2025

namni si jaalatu maalif sitti aara beektaa waan si jibbuufi na amani😄Facts 💯 ❤️
Ten Unknown Facts About
Founding: Tesla was founded in 2003 by engineers Martin Eberhard and Marc Tarpenning,
not Elon Musk. Musk joined the company as a major investor and became its public face.
Model Naming Quirk: Tesla’s car lineup follows a playful pattern: Model S, 3, X, and Y.
Elon Musk has said it was meant to spell "S3XY," with the number 3 replacing an "E."
Battery Focus: Tesla's breakthrough isn’t just in electric cars but also in battery technology. Tesla has invested heavily in creating
powerful and long-lasting batteries, not only for cars but also for energy storage solutions like Powerwall.
Autopilot and Full Self-Driving: Tesla’s Autopilot is an advanced driver-assistance system, but it’s not fully autonomous. The
company is working on Full Self-Driving (FSD) software, which could eventually enable true autonomous driving.
Gigafactories: Tesla operates massive manufacturing plants known as Gigafactories, located in the U.S., China, and
Germany. These factories are integral to Tesla’s ability to scale production and reduce costs.
SpaceX Connection: Tesla and SpaceX, both run by Elon Musk, share more than just a CEO. The companies collaborate on technology, and
SpaceX’s Falcon Heavy rocket even launched a Tesla Roadster into space as part of a 2018 test flight.
Sustainable Vision: Tesla's mission is to accelerate the world’s transition to sustainable energy.
In addition to electric cars, the company is a leader in solar power and energy storage solutions.
Over-the-Air Updates: Tesla was the first car manufacturer to allow over-the-air software updates, letting owners
download new features and improvements to their cars without visiting a dealership.
AI and Robots: Tesla’s AI Day event introduced Tesla Bot, a humanoid robot designed to handle dangerous or
repetitive tasks, showcasing Musk’s vision for AI and robotics beyond automobiles.

Google pixel 4xlLMC 8.4+XML 🌈🌄🌴Édit : Lr🖌️🎨
10/07/2025

Google pixel 4xl
LMC 8.4+XML 🌈🌄🌴
Édit : Lr🖌️🎨

10/07/2025

Ilaalcha Gaari Qabaadhu Kaayyoo Ke isa Ganamaa san Yaadadhu Yeroo mara hojedhuu Hojennaan Ni Milkkeesita Waan Taheef.

09/07/2025

✧Waa Sadii Ifa Waa Sadii immoo dukkana
➪ Guyyaan ifa halkaan dukkana.
➪ Barumsi ifa wallalli dukkana.
➪ Bilisummaan ifa gabrummaan dukkana.

✤ Waa Sadii Qabaadhu!
➪ Amantummaa
➪ Dhugaa
➪ Qulqullumaa

✤ Addunyaan Waa Sadii Qabdii!
➪ Dhalachuu
➪ Barachuu
➪ Du'uu

✤ Waa Sadii Dabaladhu!
➪ Beekumsa
➪ Eebba manguddoo
➪ Jaalala

✤ Yaa Lubbuu Waa Sadiif Ta'ii!
➪ Dandeenyaan biyyaaf ta'ii
➪ Dadhabnaan lammiif ta'ii
➪ Dadhabnaan ofiif ta'ii

✤ Waa Sadii Hin Dagatiin!
➪ Kaayyoo kee
➪ Afaan kee
➪ Aadaa kee

✤ Waa Sadii Jaaladhu!
➪ Eebba
➪ Jaalala
➪ Gootummaa

✤ Ilmi Waa Sadii dha!
➪ Kan ofiif jiraatu
➪ Kan biyyaaf jiraatu
➪ Kan biyyaan jiraatudha.

✤ Jaarsummaan Waa Sadii!
➪ Obsuu
➪ Gorsuu
➪ Dhoksuudha.

✤ Waa Sadii Kabaji!
➪ Amantii kee
➪ Manguddoo
➪ Beellama.

✤ Waa Sadii Cimsi!
➪ Hiriyyummaa
➪ Jaalala
➪ Waadaa seente.

✤ Waa Sadii Hawwuun gaariidha!
➪ Fayyaa
➪ Gammachuu
➪ Hiriyaa gaarii

✤ Waa Sadii Namaa Xiqqeessa!
➪ Sobuu
➪ Hatuu
➪ Machaa'uu.

✤ Waa Sadii Itti fayyadamii!
➪ Yeroo
➪ Beekumsa
➪ Qarshii

Keessummaan Waa Sadii feeti!
➪ Foon lafee hin qabne ( Arraba gaarii)
➪ Itilee rifeensa hin qabne ( Fuula gaarii)
➪ Lafee foon hin qabne ( Ilkaan gaarii).

✤ Waa Sadii Jala Deemi!
➪ Hayyuu
➪ Dhugaa
➪ Barsiisaa.
🙏🙏 Horaa bulaa!peejii keessan follow godhaa!

09/07/2025

Waan qooda keenya hin taanetti
Yaa rabbii nun laffasisin.

be yourself
07/07/2025

be yourself

Illaahi
07/07/2025

Illaahi

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Allhamdulillah posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Allhamdulillah:

Share