27/11/2025
🇪🇹 PASSPORT!
Namoota Passport baafachuu barbaaddanuuf wantoota guuttachuu qabdan
1.Paaspoortii haaraa baafachuuf
-❖Waraqaa eenyummaa gandaa
-❖ Ragaa dhalootaa
2. Haaromsuuf
-❖ Suuraa gabaabaa
-❖ Passaport Copy
-❖Waraqa enyuma ganda
3. Passport bade baafachuuf
-❖ Waraqaa eenyummaa gandaa
- ❖Suuraa gabaabaa
- ❖Xalayaa ragaa waajjira poolisii
5. Umrii sirreessuuf
-❖ Ragaa dhalootaa
- ❖Suuraa gabaabaa
- ❖Passport Koppii
❖Galmee passporti Aschokayi, madabanya, haaraa, haaromsa Taraa qabsiifachuf karaa linkii
Telegirami profile jala jiruun kallatin nu quunnama
Namoni galmooftani ergaa gababaan isiniif hin dhufne Maqaa keessan guutummaa argachuf
📊linki telegirami profile keessa jiruun seena nu qunnama
❖Odeeffanno dabalataaf
📲0925828562
❖Kannen passportiin keessan isin duraa ture Code passportii keessan karaa telegrami nuuf erga. Linki telegirami profile keenya jala argatuTarekegn HirphahaEthiopian AirlinesesOnline passport in ethiopiaiaia