
02/02/2025
Zabanuma akkanaa keessa jiraachuu caalaa wanni nama yaaddessu maaltu jira?
Namumti gocha kana raawwatee biyyuma kana keessa jiraachuun isaa……?
Bakki ilmaan dhalanii itti guddifatan
Yaachiftuu ta’uu mallatteessa!!!
Namni kana argu eessatti ilmaan guddifta?
Namni kana Argaa callisu utuu ilmoo isaa taatee silaa akkam ta’a laata?