Dachaas yusuf

Dachaas yusuf Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dachaas yusuf, Digital creator, Dachaasyusuf@gmail. com, Addis Ababa.

Mashaa Allah bagaa gammaddee oboleessaaKiyyaa bagaa naaf milkooftee laffa'nii bu'aa offii arguu caalaa kan nama gammachi...
19/06/2025

Mashaa Allah bagaa gammaddee oboleessaa
Kiyyaa bagaa naaf milkooftee laffa'nii bu'aa offii arguu caalaa kan nama gammachiisuu hin jiruu. Congratulations to you my brother

Jaartii gaarii ❤️Beekaa barnootaa herregaa, mathematics keessatti concept Algebra tiin Kan beekkamu Abuu Ja'afar Al-khaw...
12/06/2025

Jaartii gaarii ❤️
Beekaa barnootaa herregaa, mathematics keessatti concept Algebra tiin Kan beekkamu Abuu Ja'afar Al-khawaarzimii (Algorithm) "bifa herregaatiin dubartii gaarii jachuun maal Akka taate nutti himi" isaan ja'ame. Hoggaa kana inniis

Dubartiin waa afur Yoo qabaatte filatamtuudha.
1. Diin qabaachuu,
2. Miidhagina,
3. Naamusa/kabajaa,
4. Qabeenya.

Dubartiin Diin qabdu Akka lakkoofsa 1 ti.
Dubartii + Diin = 1

Yoo miidhagina qabaatte 0 takka dabalatte.
Dubartii + Diin + Miidhagina = 10

Yoo naamusa qabaatte 0 biraa dabalatte.
Dubartii + Diin + Miidhagina + naamusa = 100

Yoo qabeenya qabaatte 0 biraa dabalatte.
Dubartii + Diin+ Miidhagina + naamusa + qabeenya= 1000.

Garuu Yoo Diin dhabde waa hunda qabaattuus bu'aa hin qabdu. Sababni zeeroon mataa isiitti hiika hin qabdu. Kanaaf tan Diin qabdu filadhaa ja'e.

Rasuul ﷺ "intala Diin qabdu filadhu" eega ja'e booda Nama dide abaare.

Intala waa kanneen cufa qabdu Rabbi carraa keenya haa godhu!

A dream came true 🏆
12/05/2025

A dream came true 🏆

12/05/2025

We don't stop ❤️

We don't give up 🔴🔝
12/05/2025

We don't give up 🔴🔝

12/05/2025
12/05/2025
Mm, Ryan vacunó (darle like a esta también😜)
12/05/2025

Mm, Ryan vacunó (darle like a esta también😜)

✅No Penality no problem!Akkana jette Qaxaleen Baarsaa Lamine yamal yoo tokkoon durfamaa turres homaa rakkoo hin qabu,lam...
11/05/2025

✅No Penality no problem!Akkana jette Qaxaleen Baarsaa Lamine yamal yoo tokkoon durfamaa turres homaa rakkoo hin qabu,lamaan yoo durfamaa turres homaa rakkoo hin qabu..Real Madrid yoo meeqaan illee nu dursaa jiraate inuma m***a jechuun dubbate.

✅Baarsaan Elkilasiko (4) walitti aansuun mo'achuun Riikardii kanaan dura Gaardiyoolaan Real Madrid yeroo (4)mo'achuun qabamee jiru Hansi Flick qooddateera

✅Baarsaan bara kana tapha (4) Real madrid faana taphateen waancaa (2)harkaa fudhatee Elkilaasikoo kan Laligaa (2) mo'achuun goolii (16)irratti galchuun bara isaa bareefateera.

✅Tapha har'aa kanaan Klian Mbappe goolii sadan(3) mo'amuu jalaa Real Madrid hin baafne galchuun ofii isaaf immoo galchii (27)n gahachuun Luwaandoskii of-jalatti ilaaleera..waaw!

✅Baarsaan booda kana amala bareedaa tokko fidatee dhufe..dursa kubbaan yoo itti galte osoo hin turin gooliin itti galte sun gatii kilaba faallaa kaffalchiisuu jalqabe..boolla gadi qotee Awwaaluu qofa osoo hin taanee gadi fageessee biyyoo itti dachaasee Awwale barana Baarsaan Real Madrid...

✅Akka komiitti taphataan Lukas Vaskez jettan barana Real Madrid keessa yoo ture,ammas bara itti aanus salphinni Real Madrid akkanumatti jiraachuu isaa quba qabaadhaa..

✅Lamine Yamal Saantiyaagoo Barnaabiyoo irratti goolii Elkilaasikoo galcaa,dirree Baarsaa irrattis Umurii kanaan galchuun seenaa bareedaa qaba.Unuriin isaa ammallee 17 fi guyyoota hamma ta'e wohiiti.

✅Ferran Torres Elkilaasikoo irratti kubbaa galchiif taatu (3) hatrik gochuun seenaa bareedaa galmeeffateera.

✅Taphichi akkuma isin argaa turtan 4-3 dhumuun Elkilaasikoon baranaa asuma irratti goolabameera
Roba Ababiya Abawari ti.....

04/08/2023
Allhamdulilha for every thing .💗💗💚💚
28/07/2023

Allhamdulilha for every thing .💗💗💚💚

Address

Dachaasyusuf@gmail. Com
Addis Ababa
DACHAAS

Telephone

+251980286547

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dachaas yusuf posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share