12/04/2026
Namoonni ilaalcha gaarii Siif dhabanillee dhugaa keetu si jiraachisa waan ta'eef ilaalcha namoonni sif qabanuuf hin dhiphatin...!
Bakka Hundumaatti gaarummaa qofa hojjadhu, Maqaan kee bakka gaariitti akka waamamuuf.