30/10/2023
Visit
Visit Oromia
Visit Waliso
Bakki bashannanaa addaa kun naannoo Oromiyaa, Godina Shawaa Kibba Lixaa, Aanaa Wanciiti. Bakki kun Magaalaa Walisoo irraa fageenya km.3O irratti kan argamu Haroo Wanciidha.
Koottaa dachee kennaa uumamaan badhaadhan Walisoo fi Wancii daawwachaa bashananaa!
Wancitti sammuu keessan gammachiistu,
yeroo hin dagatamne dabarsitu.
Kana qofa osoo hin taane bakkee bashannanaa Waliso qabdu hedduu achumaanis ni daawwaattu.
Isaanis kanneen akka bishaan uumamaan ho'aa, Holqa Sillaasee, Tulluu Majaa fi kkf
Yeroo bashannanaaf gara Wancii dhuftaan bakki haara galfattan magaalaa Walisoo keessatti Hoteelli , kaaffee fi Riizoortii addaa addaa kan sadarkaa isaanii eeggatan isin keessummeessuuf qophiidha.
Wenchi crater lake, also spelled as Wancii or Wonchi, is a volcano located 98 km (61 mi) west of Addis Ababa/ Finfinne, in Oromia Region, Ethiopia Walisso Town. At 3,450 m (11,320 ft) above sea level, it is the highest volcano in Ethiopia, 13.5 km (8.4 mi) from Mount Dendi, Ethiopia's second highest volcano. Wonchi is located at distance of 30 Km from Woliso Town. It erupted in the Tertiary period of the Cenozoic Era.
Due to its unique topography, the Lake is also a habitat for varieties of animal and plant species, some aquatic birds and it is a splendid area for a number of indigenous forest reserves, including Egynia Abyssinica (Kosso- plant used in traditional medicine as a vermifuge) and Erica Arborea (Hasta).
It is possible to spend a whole day in Wonchi crater exploring the traditional Oromo villages, lake, monastery island and forests by a combination of horseback, boat and walking.
ይህ ምድራዊ ገነት የ ሆነው ስፋራ በኦሮሚያ ክልል ደቡብ ምዕራብ ሸዋ ዞን ወንጪ ወረዳ ከወሊሶ ከተማ በ 30ኪ.ሜ. ርቀት የሚገኘው ወንጪ ሀይቅ ነው! ኑ በተፈጥሮ ፀጋ የታደሉ ወሊሶ እና ወንጪ አከባቢ ያሉ ውብ የተፈጥሮ ትሩፈቶችን እየጎበኙ ወንጪ ይደርሳሉ መንፈሶን ያድሳሉ የማይረሳ ጊዜ ያሳልፋሉ!!