Gaaddisa Lammii Media

Gaaddisa Lammii Media Haqaan haqaaf falmina�

Oduu Mirkaanaye.Ayyaanni Eid_ Al-faxir waggaa 1447faan Gaafa Jimaataa ta'uun beekameera.Breaking newsThe 1447th Eid-ul-F...
18/03/2026

Oduu Mirkaanaye.
Ayyaanni Eid_ Al-faxir waggaa 1447faan Gaafa Jimaataa ta'uun beekameera.
Breaking news
The 1447th Eid-ul-Fitr holiday will be celebrated the day after tomorrow as the moon is not visible today.
***************

As the moon of Shawwal month is not seen today, it has been announced that the 1447th Eid-ul-Fitr holiday will be celebrated the day after tomorrow on Friday.

  nu dhaqqabe qabna. Manni Marii Walii gala 🇸🇦 Qorattoonni Hawaa Hawaasni  Addunyaa Hundi Addeessa YKN Baatii Shuwwaal G...
17/03/2026

nu dhaqqabe qabna.
Manni Marii Walii gala 🇸🇦 Qorattoonni Hawaa Hawaasni Addunyaa Hundi Addeessa YKN Baatii Shuwwaal Galgala har'aa Ramadaanaa 29ffaa akka barbaadani Qorannoon Mirkaneessani Waajjira Mana Mariitiif gabaasan Waamicha Taasisee jira

Baatiin Shuwwaal akka argamteen Guyyaa Jala Buunee Hordofaa Waan jirruuf Akka Baatiin Muldhateen isin beeksifna Waan ta’eef isinis Odeeffannoo Haqaa Aritidhan argachuuf Like fi share godha nu hordofa

28/02/2026

waraana Addunyaa sadaffaa live daawwachuu yoo barbaaddan page kana follow godhaa!

21/01/2026

Silence of Scholars, Absence of Intellectual Freedom: Hypocrisy, moral vacuum in PM Abiy’s AAU lecture Addis Standard Op/Ed -

Ayii...✍️
02/12/2025

Ayii...✍️

Oromiyaan Mari'achuuf jirti🫡😁Hayyu Duree Adda Bilisummaa Oromoo Obbo Daawud Ibsaa fi Dura taa'aan Kongiransii Federaalaw...
18/11/2025

Oromiyaan Mari'achuuf jirti🫡😁

Hayyu Duree Adda Bilisummaa Oromoo Obbo Daawud Ibsaa fi Dura taa'aan Kongiransii Federaalawa Oromoo Pirof. Maraaraa Guddinnaa dhimma haala Oromoo fi Oromiyaa irratti Pireezidaantii Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa wajjiin mari'achuuf, mootummaa naannoo Oromiyaa xalayaan gaafatan.

Xalayaa kun maqaa hooggantoota fi Chaaphaa Paartilee lamaanii qaba.

Address

Lemi Kura W10
Addis Ababa
123

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gaaddisa Lammii Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share