Ramos Raya

Ramos Raya Murteessaan Rabbuma๐Ÿ’”๐Ÿ’”๐Ÿ’”โ™ฅ๏ธ๐Ÿ’”๐Ÿ’”๐Ÿ’”๐Ÿ’”๐Ÿ’”

Gurbaa Yeroo kutaa 10ffa Barannu sana Narra   Turte sun jirtaa??
07/04/2026

Gurbaa Yeroo kutaa 10ffa Barannu sana Narra Turte sun jirtaa??

Breaking News!!Iraan komandoo 60,000 ol Humna galaana galoo galaana pareeshiyaa fi Omaaniyaa irratti dabalataan bobbaaft...
12/03/2026

Breaking News!!

Iraan komandoo 60,000 ol Humna galaana galoo galaana pareeshiyaa fi Omaaniyaa irratti dabalataan bobbaaftee jirti. Kana jachuun humna duraan jiru gubbaatti Humna waraana Ab Trump dachaa goote ergite jachuudha...๐Ÿ˜Ž kana Jachuun dooniileen boba'aa gaazii uumamaa fi Zeetii tokko akka Hulaa Hormuuz keessa hin dabarre murteessitee jachuudha!!... Ab Trump amma gudii arguuf deema!!...๐Ÿ˜ƒ Addunyaan hanqina boba'aan rukutamuuf deemti. Biyyoonni Afrikaa fi Gaanfa Afrikaa boba'aa qabdan qusannaan fayyadamaan dhaamsa keenya!! Waliif Dabarsaa!!...๐Ÿคทโ€โ™‚๏ธ

"Ameerikaan Nu Gatte"๐Ÿฅน๐Ÿฅน๐Ÿฅน"Ameerikaan nu dhiistee jirti, nu dagatteetti, sirna ittisaa ishees Izraa'el eeguu irratti xiyye...
02/03/2026

"Ameerikaan Nu Gatte"๐Ÿฅน๐Ÿฅน๐Ÿฅน

"Ameerikaan nu dhiistee jirti, nu dagatteetti, sirna ittisaa ishees Izraa'el eeguu irratti xiyyeeffatteera...

Biyyootni Galoo Galaanaa tole jedhanii buufata waraanaa ishee keessummeessaniif abaarsa misaaโ€™elaa fi diroonii Iraan jalatti dhiistee jirti"

Qondaala Saโ€™uudiitu akka jedhee Al Jazeeraatti hime ๐Ÿฅฑ

02/03/2026

Innaalillaahi waโ€™innaa Ilayhi Raajiโ€™uun Qabsaaโ€™aa Mirga umataa Ganamaa Abbayyoo obbleessa keenya Dr Abdul Aziiz shek Ibraahiim fatoo umrii 110tti harra gara Fuula Rabbii isaanii deeman Rabbi Rahmata hagodhuufi namuu duaaโ€™ii godhaafi Inshaa Allah

14/10/2025

Halkan arraa halkan milkii kan gammachuu Rabbi isiniif hagodhu
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน

Address

Addis Ababa

Telephone

+251931583480

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ramos Raya posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share