Heera Uumaa

Heera Uumaa Heeraa uumaa beekanii itti bulanii ittiin bulchinaan, nama dhiisii mukaaf bineensaanis waliigalta!! Oromoon heera uumaatiin bula.

01/07/2026
01/07/2026

Hayyuun waan dubbatu beeka, doofaan waan beeku hundaa dubbata!

27/06/2026

Ani Kiristaana, muslima, waaqeffataa ykn amantaa biroo ofiin jechuu kee dura namooma gaarii qabaachuu kee mirkaneeffadhu.

27/06/2026

ራስዎን ክርስቲያን፣ ሙስሊም፣ ዋቄፈታ ወይም የሌላ ማንኛውም ሃይማኖት ተከታይ ብለው ከመጥራትዎ በፊት፣ ጥሩ ሰው መሆንዎን ያረጋግጡ።

27/06/2026

Before you call yourself i am a Christian, a Muslim, or other theology, first learn how to be a good human being

  fi Dhaabbilee federaalaa tokko tokko biyyi isaanii ETHIOPIA dha moo biyya ESREAL tajaajilaa jiru?? (Debra zeayt and Na...
25/06/2026

fi Dhaabbilee federaalaa tokko tokko biyyi isaanii ETHIOPIA dha moo biyya ESREAL tajaajilaa jiru?? (Debra zeayt and Nazireth????)

ARSII(Sikkoo-Mandoo)Weenniin Miidhagina isiitiif ajjeefamti!!
24/06/2026

ARSII(Sikkoo-Mandoo)
Weenniin Miidhagina isiitiif ajjeefamti!!

Address

Addis Ababa
10000

Telephone

+251931123886

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Heera Uumaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share