Boru Duba

Boru Duba Public

Gammachuun kee qabeenya kee qaaliidha.Kanaafuu waan bu'aa siif hin qabneen hin jijjiirin.
16/05/2026

Gammachuun kee qabeenya kee qaaliidha.
Kanaafuu waan bu'aa siif hin qabneen hin jijjiirin.

10/05/2026

����

Jireenyi qormaata obsatu furmaata
31/03/2026

Jireenyi qormaata obsatu furmaata

05/03/2026

This version of Facebook uses less data and works in all network conditions.

Loading graduate............. 🎓🎓🎓🎓🎓
24/05/2024

Loading graduate............. 🎓🎓🎓🎓🎓

With sheikh Amin Ibro at gelemso city
05/05/2024

With sheikh Amin Ibro at gelemso city

Kunoo galata rabbii har'a bu'aa qorannoo keennaa dhiyeessinee xumurree jirtaa!!!
29/04/2024

Kunoo galata rabbii har'a bu'aa qorannoo keennaa dhiyeessinee xumurree jirtaa!!!

Wanti baay'ee nama ajaa'ibu maali?Namoonni ijoollummaatti hin jibbisiisa guddachuuf ariifatu; Sana booda deebiʼanii ijoo...
21/04/2024

Wanti baay'ee nama ajaa'ibu maali?

Namoonni ijoollummaatti hin jibbisiisa guddachuuf ariifatu; Sana booda deebiʼanii ijoollee taʼuuf hawwu. Waa'ee egeree yaadda'anii waan ammaa dagatu. Kanaaf, yeroo ammaas ta’e gara fuulduraatti hin jiraatan; Akka waan hin duunetti jiraatu akka waan hin jiraanneetti du'u.

Hararghe picture✌️ Chiro, Oromia
20/04/2024

Hararghe picture✌️ Chiro, Oromia

Bara Jireenya Kee Keessatti Waan gaarii goote maraaf deebii nama irraa hin eegin. Yoo akkas yaadda ta'e deebiin ati Eegd...
19/04/2024

Bara Jireenya Kee Keessatti Waan gaarii goote maraaf deebii nama irraa hin eegin. Yoo akkas yaadda ta'e deebiin ati Eegdu faallaa ta'uu danda'a. Inni ammoo gaarii dalaguu irraa Si Fegeessa. Kanaaf ofiif Jedhiitoo wantoota gaarii Hojjadhu.

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Boru Duba posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share