Son of God- የእግዚአብሔር ሊጅ

Son of God- የእግዚአብሔር ሊጅ Jesu is Lord🙏

05/01/2025

04/12/2024

Waan Gaarii Malee, Anaafoo Yaada Homaa Hin qabduu🙏

04/12/2024

DHUGUMAAN WAA'EEN BIYYA ITOOPHIYAA YOO KAN SITTI DHAGA'AMU TA'EEF KADHATA AMANTII KANA NU WALIIN KADHADHU. (WAAQAYYO IYYA SABA ISAA HIN DHAGA'A) Nu waliin kadhachuukee Beekuuf Dhuma irratti " AMEEN" Jedhi " SHARE" godhi.

Jiraataa Bara hundumaa kan taate, Barri Mootummaakeetii dhuma kan hin qabne, Alfaadhaaf Omeegaa, Waaqa Hundumaa dandeessu, Waaqa Abboota Keenyaa, Qulqulluu gooftaa maccaa, Dhugaadhaaf Qajeelummaadhaan Sabakeef kan dhaabbattu, Kunoo nuyi Ilmaankee warri akka yaadakeetti uumamne garaa tokkoon kadhata garaa keenyaa afaan tokkoon si kadhanna gooftaa keenyaa, ati nama waan jaallattuuf tokkicha ilmakee isa jaallatamaa cubbuu namootaatiif dabarsitee kan kennite, mararteef jaalala guddaas kan nuuf qabdu, iyya sabakeetiis kan dhageessuu fi kan birmattuuf, gaafa Xoofoon rakkinaa saba Israa'el guutetti ati ofiikee teessoo irraa saba sanaaf kan dubbatte, garbummaa, gidiraa fi dhiittaa mootii Fara'oon jalaa isaan baastee diina isaanii immoo galaanaan haxooftee balleessite, bakka Naaboteen Dhaala abbaa isaa Mootiidhaaf dabarsee kennuuf boquu jabeeffatee diduun dhigni isaa dhangalaafametti dhiiga Elzaabet saroonni akka arraban kan goosifte, Mootummaa Dhaabuudhaa fi Kaasuun Aangoo kee kan tahe, kunoo Biyya Keenya, Lammii dhiigni isaa akka malee dhangala'aa jiru, Uummata ati walaba gootee uumte haxxummaa, Hacuuccaa fi waggaa dheeradhaaf Goyyoomsuun kan dhugaa isaa jalaa Ukkaamsan, Isa nuyii beeknu caalaa ijikee cunqursaa fi gidiraa jiru kan argu, garaankees isa nuyi gaddinu caalaa dhibaafamuu dhiiga qulqullootaaf kan gaddu, Maaloo Biyya keenyaaf DHUGAA FI QAJEELUMMAADHAAN NUUF FARADUUDHAAF IYYA KEENYA NUUF DHAGA"I.

07/03/2024

Mn Temerelachu keze ....

06/03/2024

Enda Negalegn Ato Telate.. 🧨

05/03/2024

🙏🙏

01/03/2024

Sew Ayresam Geta
Sew Ayresam Yesus×2

The 5 C's of leadership are:1. Communication: Effective leaders are skilled communicators who can convey their ideas cle...
25/02/2024

The 5 C's of leadership are:

1. Communication: Effective leaders are skilled communicators who can convey their ideas clearly, listen actively, and foster open dialogue among team members.

2. Confidence: Strong leaders have confidence in themselves, their abilities, and their decisions. They inspire trust and instill confidence in others through their demeanor and actions.

3. Commitment: Leaders demonstrate commitment to their goals, vision, and values. They are dedicated to the success of their team or organization and are willing to put in the necessary effort and resources to achieve it.

4. Creativity: Successful leaders are innovative and adaptable, able to think outside the box and find creative solutions to challenges. They encourage creativity and embrace new ideas and perspectives.

5. Character: Leaders with strong character possess integrity, honesty, and ethical behavior. They lead by example, earning respect and trust from their followers through their actions and moral principles.

“እርሱ ግን ስለ መተላለፋችን ቈሰለ፥ ስለ በደላችንም ደቀቀ፤ የደኅንነታችንም ተግሣጽ በእርሱ ላይ ነበረ፥ በእርሱም ቍስል እኛ ተፈወስን።”  — ኢሳይያስ 53፥5
16/02/2024

“እርሱ ግን ስለ መተላለፋችን ቈሰለ፥ ስለ በደላችንም ደቀቀ፤ የደኅንነታችንም ተግሣጽ በእርሱ ላይ ነበረ፥ በእርሱም ቍስል እኛ ተፈወስን።”
— ኢሳይያስ 53፥5

ከፊትህ ካለው ጠላት ይልቅ ከኋላህ ያለው አምላክ የበረታ ነው።THE GOD BEHIND YOU IS STRONGER THAN THE ENEMY IN FRONT OF YOU.JESUS IS LORD.ኢየሱስ ...
16/02/2024

ከፊትህ ካለው ጠላት ይልቅ ከኋላህ ያለው አምላክ የበረታ ነው።
THE GOD BEHIND YOU IS STRONGER THAN THE ENEMY IN FRONT OF YOU.

JESUS IS LORD.
ኢየሱስ ጌታ ነው።
YESUS GOOFTAA DHA.

Address

Addis Ababa

Telephone

+251982444412

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Son of God- የእግዚአብሔር ሊጅ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share