Seyfadin

Seyfadin Get the latest news, reliable information, and timely updates here. Seyfadin – your trusted source for news and information." Seyfadin
(1)

30/10/2025

Halkan Jum'a. Ergama Rabbii Nabi Muhammadﷺ .Irraatti Salawata Buusu Baay'isaa Jedhan ❣️SAW SAW SAW

Pireezidaantii Ertiraa Isaayyaas Afwarqii Gara Misirii Fuula Gale 🇪🇷✈️🇪🇬Odeeffannoon haaraan ni ibsa — Pireezidaantii Er...
30/10/2025

Pireezidaantii Ertiraa Isaayyaas Afwarqii Gara Misirii Fuula Gale 🇪🇷✈️🇪🇬

Odeeffannoon haaraan ni ibsa — Pireezidaantii Ertiraa Isaayyaas Afwarqii daawwannaa hojiitiif gara Misirii fuula galuu isaa.

Daawwannaan kun affeerraa Pireezidaantii Misirii, Abdelfattah Al-Sisi irraa taasifameen kan raawwatame yoo ta’u, Pireezidaantichi har’a gara Misir imaleera jedhame.

Haaluma kanaan, daawwannaan kun haala siyaasaa fi nageenyaa naannoo Galaanaa fi geejjiba bishaanii irratti kan xiyyeeffatu ta’uu mala.

Seyfadin

MALKAAN GALAANAA — DHIMMA UMMATA ITOOPHIYAATI! 🇪🇹Yeroo Itoophiyaan “gaaffii Malkaa Galaanaa qaama bakka bu’iinsa hin qab...
30/10/2025

MALKAAN GALAANAA — DHIMMA UMMATA ITOOPHIYAATI! 🇪🇹

Yeroo Itoophiyaan “gaaffii Malkaa Galaanaa qaama bakka bu’iinsa hin qabneen dhabdee turte gaafachuuf mirga qabdi” jette, Ertiraa fi Misir ammoo dhoksaadhaan ijaarroo gubbaa jiru irratti harka lafa jalaatiin hojjetaa jiru.

Dhimmi Malkaa Galaanaa kun ifaadha — Itoophiyaan “hulaa galaanaa qaama bakka bu’iinsa hin qabneen dhabe gaafachuuf mirga qabdi” jettee dubbachuu mirga qabdi.

Haa ta’u malee, Ertiraan dhimmicha keessa seentee haala wal-xaxaa uumuu eegalte. Har’a immoo Pireezidaantiin Ertiraa barii barraaqaa keessatti gara Misiritti imale.

Hayyoonni Itoophiyaa akka jedhanitti, dhimmi Malkaa Galaanaa kun waan qoosaa miti. Kanaan dura daangaan galaanaa Itoophiyaa bal’inaan ture; garuu waggoota 30 dura Itoophiyaan malkaa galaanaa kana dhabuu ishee, bu’uura seeraa malee raawwatame jedhan.

Ogeessi seeraa, Abbaree Addaamuu, FBCf ibsa kennaniin “murtiin uummata Itoophiyaa alatti raawwatame sun bu’uura seeraa hin qabu” jedhan.

👉 Kanaaf, dhimmichi dhimma siyaasaa qofaa osoo hin taane — mirga Itoophiyaa fi ummata ishee ti. 🇪🇹💧

29/10/2025

Hi everyone! 🌟 You can support me by sending Stars – they help me earn money to keep making content that you love.

Whenever you see the Stars icon, you can send me Stars.

28/10/2025

’oota

28/10/2025

Dr. Abiy Ahmed Ali

💬 Nagaa fi tokkummaa keessatti hundaa’uun, hundaaf fakkeenya ta’uu qaba.
’ootaUummataa
゚viralシfypシ゚viralシalシ

28/10/2025

#እስላማዊ #መድሃኒት #ትምህርት #ጤና #አማርኛ #ቪዲዮአማርኛ #ትምህርታ

🌍 Woraanni Tigiraayitti gaggeeffame kan Wallaggatti geggeeffame hin caalu. Garuu, woraanni Tigiraayitti gaggeeffame akka...
28/10/2025

🌍 Woraanni Tigiraayitti gaggeeffame kan Wallaggatti geggeeffame hin caalu. Garuu, woraanni Tigiraayitti gaggeeffame akka waan addaatti ilaallamuu qaba; kun sirrii miti!"
fi Looriitii Badhaasa Addunyaa,
Dr. Abiy Ahmed Ali (PhD)

💬 Nagaa fi tokkummaa keessatti hundaa’uun, hundaaf fakkeenya ta’uu qaba.

📰 Ministirri Muummee Dr. Abiy Ahmed Ali guyyaa boruu Paarlaamaatti ibsa ni kennuMinistirri Muummee Dr. Abiy Ahmed Ali, g...
27/10/2025

📰 Ministirri Muummee Dr. Abiy Ahmed Ali guyyaa boruu Paarlaamaatti ibsa ni kennu

Ministirri Muummee Dr. Abiy Ahmed Ali, gaaffiiwwan miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa irraa dhiyaatan irratti guyyaa boruu (Onkoloolessa 28, 2025) ibsa ni kennu.

Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa immoo walgahii idilee isaa 2ffaa bara hojii 6ffaa sa’aatii 2:30 irraa eegaluun ni jalqaba.

’ootaUummataa

Kirkirri Lafaa Reektar Iskeelii 4.8 ta’e Naannoo Awaash-Fantaalee Keessatti Mudate---Kirkirri lafaa safartuu reektar isk...
26/10/2025

Kirkirri Lafaa Reektar Iskeelii 4.8 ta’e Naannoo Awaash-Fantaalee Keessatti Mudate

---

Kirkirri lafaa safartuu reektar iskeelii 4.8 ta’e har’a ganama sa’aatii 2:24 irratti naannoo Awaash-Fantaalee keessatti muudate.

Itti gaafatamaan kutaa barnoota Seesmooloojii Yuunivarsiitii Finfinnee, Piroofeesar Attaalaay Ayyalaa, tamsaasa EBC Dotstream irratti akka ibsanitti, kirkirri lafaa kun naannoo Finfinnee, Dabra Siinaa fi Dabra Birhaan keessattis ni dhagahameera.

👉 Oduu dabalataa fi odeeffannoo haaraa argachuuf fuula keenya hordofaa! Seyfadin
Itoophiyaa

Afrikaan sagalee dhukaasaarraa bilisa taate uumuuf tattaaffii waloo barbaachisaa ta’uu ibsame.Dura taa’aan Gamtaa Afrika...
26/10/2025

Afrikaan sagalee dhukaasaarraa bilisa taate uumuuf tattaaffii waloo barbaachisaa ta’uu ibsame.

Dura taa’aan Gamtaa Afrikaa, Muhaammadi Alii Yuusuuf, akka jedhanitti — Afrikaan nagaa fi tasgabbii waaraa argachuu yoo barbaadde, tattaaffii waloo fi waliigaltee biyyoota Afrikaa gidduutti taasifamu barbaachisaa dha.

Ibsi kun fooraamii Xaanaa Finfinneetti taa’amaa jiru irratti kenname.

26/10/2025

Abiy Ahmed Ali

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Seyfadin posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share