12/09/2026
Hunda waliin dhiichisu moo, filattanii deeggaruu wayya? Like fi share ๐
๐๐๐๐ ๐๐๐ฅ๐๐ง๐๐ ๐ง๐ข๐๐๐ข๐ง๐ง๐, ๐๐๐ฅ๐ฅ๐๐ ๐๐ข๐ข ๐ก๐๐ก ๐ฌ๐๐๐๐!
1. Alrayyan Market maali?
*Al Rayyan Market* dhaabbata giddugala gabaa onlaayinii ammayyaa taโee, kan daldaltootafi dhiyeessitoota meeshaalee, akkasumas maamiltoota bakka tokkotti walqunnamsiisuudha. Hojii kanas gama App Al Rayyan Market jedhamuun hojjata.
*App Al Rayyan Market* fayyadamuun meeshaalee barbaaddan bakka jirtan irraa filachuu, akkasumas ajajachuun bitachuu nidandeessu.
> 2. Kaayyoon Al Rayyan Market Maali?
Kaayyoon keenya:
- Bittaafi gurgurtaa karaa salphaa, saffisaafi amansiisaa taโeen gaggeessuu;
- Maamiltoonni meeshaalee adda addaa bakka tokkotti akka argatan gochuu;
- Daldaltootafi maamiloota walitti fiduu;
- Teeknooloojii fayyadamuun sirna bittaafi gurgurtaa biyya keenyaa ammayyeessuu;
- Dargaggootaaf carraa hojii daldalaa uumuudha.
> 3. Dhaabbatichi Bifa Kamiin Hojjata?
*Al Rayyan Market:*
-Maamilli App Al Rayyan Market irraa meeshaa barbaadu nifilata.
-Ajaja isaa nigalmeessa
-Kafaltii niraawwata
-Ajajniifi kaffaltiin dhaabbatichaan nimirkanaaโa.
-Meeshaan qophaaโe bakka maamilli filatetti ergama.
-Maamilli tajaajila argate irratti yaada kennuu nidandaโa.
Al Rayyan Market bittaa *Retail fi Wholesale* irratti hojjechuun, maamiltootafi daldaltootaaf tajaajila walqunnamsiisuu kenna.
> 4. Eenyutu Irraa Fayyadama?
*Al Rayyan Market irraa:*
- Maamiltoota;
- Maatii;
- Daldaltoota Retail fi Wholesale;
- Abbootii suuqii;
- Dhiyeessitootafi oomishtoota;
- Dargaggoota carraa hojii barbaadan;
- Namoota biyya keessaafi biyya alaa irraa maatii isaaniif meeshaalee bitachuu barbaadan;
- Dhaabbileen bittaa meeshaalee adda addaa gaggeessuu barbaadan fayyadamoo nitaโu.
> 5. Dhaabbaticha Biraa Maal Faโa Argachuu Dandaโama?
*Al Rayyan Market irraa:*
- Nyaataafi dhugaatii;
- Meeshaalee mana keessaa;
- Uffataafi kophee;
- Meeshaalee barnootaa;
- Meeshaalee elektirooniksii (bilbiloota, koompitarootafi kanneen biroo)
-Uffata Daa'immanii
Meeshaalee daaโimman ittiin tapahatan
-Kosmootiksiifi meeshaalee miidhaginaa biroofi oomishaalee biroo hedduu argachuu nidandeessu.
Dorgommii kanarratti hirmaachuun, Dhaabbata Alrayyan Market beeksisaa; ofii immoo badhaafamaa bilbila iPhone 18 pro max, akkasumas Samsung A 56 taโaa!
ALRAYYAN MARKET
Your Trusted Online Marketplace!
๐๐ก๐๐ฆ ๐๐๐ฅ๐ฅ๐๐ ๐๐ข๐ข ๐ก๐๐ก ๐ฌ๐๐๐๐!
Akka barataa tokkootti, deeggarsi keessan anaaf waan guddaadha.
โค๏ธ ๐๐๐๐ godhaa
๐ ๐ฆ๐๐๐ฅ๐ godhaa
๐ข ๐กamoota keessaniifis qoodaa
๐ก๐ฎ ๐aliin ๐ต๐ฎ๐ป๐ด๐ฎ ๐ฑ๐ต๐๐บ๐ฎ๐ฎ๐๐๐ถ ๐๐๐ฟ๐ฎ๐ฎ.
#๏ธโฃ ๐ก๐ ๐๐ก๐๐๐๐๐๐๐๐๐ฆ๐๐ ๐ ๐๐!......!
โโโโโโโโโโโโโโโโโโ
๐๐ ๐ฅ๐๐ฌ๐ฌ๐๐ก ๐ ๐๐ฅ๐๐๐ง
Your Trusted Online Marketplace!