Boonsaa Lammii Oromoo

Boonsaa Lammii Oromoo Lammiitu lammiif gaachena walmalee
homaan
Qabnu numatu wallif birmata gaafa
guyyaa rakkoo maalif waljibbina
Ilmaan haadha tokkoo

Namni suuraa isaa agartan kun eenyu jedhama mee isin hunduu hirmaadhaa.
25/09/2024

Namni suuraa isaa agartan kun eenyu jedhama mee isin hunduu hirmaadhaa.

  callisan   kanaatu nudhibee maljettu yaa jamaa.
06/01/2024

callisan kanaatu nudhibee maljettu yaa jamaa.

CONGRATULATION        BAGA GAMMANNEBAGA GEENNE!             HAPPY RAMADAAN KARIIMdambalii galaanaafbubbee nama raasulafe...
23/03/2023

CONGRATULATION
BAGA GAMMANNE
BAGA GEENNE!
HAPPY RAMADAAN KARIIM
dambalii galaanaaf
bubbee nama raasu
lafee namaa cabsee
lubbuu namaa baasu

bara hamaaf jal'aa
hammaataa sana hundumaa dabarree
baga nagaan ji.a jaalatamaa kabajamaa fi ji.a araaramaa kan waggaa 1444 gahuu keenna ija keennaan agarre

Ramadaanni kun kan araaramaa nagaa,bilisummaa, gammachuu, risqii,milkaa'inaa, badhaadhinaa nuuf maatii keenna hundumaaf haa ta'u soomana gaarii!!!

                   yoo jiraattaan nudhaqqabaa
26/02/2023

yoo jiraattaan nudhaqqabaa

09/02/2023

Lafa koo jalachaa nama koo kan jibbu
Jaarraa tokkoo oliif shira kan lallabu
Mandhee wal diigessaa leenci itti hin galu
Wal qixxummaan dhufnaan garboomsuudhaf lolu

09/02/2023
Adii uffannee Adii dubbannee Adii unannaa   Garbaa Jabaan Waaqa
08/02/2023

Adii uffannee Adii dubbannee Adii unannaa Garbaa Jabaan Waaqa

  teenna yoomuu nuuf haa   Boonsaa Lammii Oromoo follow
08/02/2023

teenna yoomuu nuuf haa Boonsaa Lammii Oromoo follow

BILIKA
04/02/2023

BILIKA

Bara qomoon   Alagaaf qomoo   nyaatamnee kaane   hundumaafu harkaa baaneera gabrummallee hiyyummas rakkoo   keechaa hedd...
25/12/2022

Bara qomoon Alagaaf qomoo nyaatamnee kaane hundumaafu harkaa baaneera gabrummallee hiyyummas rakkoo keechaa hedduu takka bahachaa jiraachaa jirra jirtuu

Address

Oromia
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Boonsaa Lammii Oromoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Boonsaa Lammii Oromoo:

Share