Rahaa show

Rahaa show Walif
(2)

03/11/2025

Injifannoon Qoraasuma Keenya!= = = = = = = = = = = = = = = = = = Ertiraan๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡ท tolaan diddee humnaan Itoophiyaa๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น xuquuf ya...
02/11/2025

Injifannoon Qoraasuma Keenya!
= = = = = = = = = = = = = = = = = =

Ertiraan๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡ท tolaan diddee humnaan Itoophiyaa๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น xuquuf yaalti taanaan gooticha raayyaa itti kan injifannoon qoraasuma ta'e kan dhaabu galaa diimaa osoo hin taane Ertiriyaadha.

Sababiin isaa Ertiriyaan kan keenya!
Galaanni Diimaa Nun Dhaabu!

Hulaa galaanaa tolaanis ta'u lolaan ni deeffanna!

Daandiin Wiirtuu Lafee Duugdaa Guddina Dinagdee Biyyaatti :Bulchaa Bulchiinsa Aanaa Ciroo Obboo Yasin Mahamme dOnkololee...
02/11/2025

Daandiin Wiirtuu Lafee Duugdaa Guddina Dinagdee Biyyaatti :
Bulchaa Bulchiinsa Aanaa Ciroo Obboo Yasin Mahamme d

Onkololeessa 23.2018

Godina Harargee Lixaa Aanaa Ciroo Ganda Shoolaatti Daandii Hirmaanaa Ummataatiin Hojjatamaa jiruu gaaffiilee ummataa kanneen akka ifaa , bishaan , kellaa Fayyaa fi gaafiilee bu'uuraalee misoomaa garagaraa akka hawaasni argatuu gochuu keessatti gahee oolaana ta'ee qaba jechuun ni dubbatuu.

Daandiin wiirtuu Lafee Dugdaa guddina Dinagdee biyyaatti daandiin Ganda fi ganda, Aanaa fi Aanaa Wal qunnamsiisuu akka Aaniichaatti yeroo dha gara yerootti akka dabalaa adeemuu taasiifamaatti jiraa kuniis deggarsa naannoo , Godinaa fi fandii Aanaatiin hojjatamaa jiruun uuwiisni daandii dabalaa dhufeera.

Gaaffiilee hawaasa gama bu'uuraalee misoomaa kanneen akka ifaa, bishaan dhugaati Qulqulluu fi kanneen biroo dabalatee hawaasni gaaffachaa jiruu deebii kennuuf daandiin haaraa Hirmaanaa Ummataatiin akka hojjatamuu gochuun dandaameeraa jedhaniiru.

Jiraattonni Ganda Shoola yaada isaanii nuuf Kennan tokko tokko akka ibsanitti daandiin nuuf waan hunda waan taโ€™eef Hirmaanaa Ummataatiin fedhii keenyaan baane daandii haaraa gandaa fi ganda wal qunnamsiisuu baafachaa jiraa jedhaniiru.

02/11/2025

๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น
๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ™๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ™๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ™๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ™๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ™๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ™๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ™๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ™๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ™๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ™๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ™๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ™๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ™๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ™๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ™๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ™๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ™๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ™๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น

แˆตแˆแ‰ฅ แ‰ แŒŒแ‰ณแ‹ แŠ•แ‰ฅแˆจแ‰ต แ‹ญแŽแŠญแˆซแˆแ‹จแŠคแˆญแ‰ตแˆซ แˆ˜แŠ•แŒแˆตแ‰ต แ‰ แŒŒแ‰ณแ‹ (แ‰ แŒแ‰ฅแ…) แŠ•แ‰ฅแˆจแ‰ต แ‹จแˆšแŽแŠญแˆญ "แˆตแˆแ‰ฅ" แˆ†แŠ– แ‰€แˆญแ‰ทแˆแฃ แŠจแŒแˆซแŠ“ แŠจแ‰€แŠ แŒŽแˆจแ‰คแ‰ถแ‰นแŠ• แ‰ แˆ˜แŠ“แŠจแˆต แŠ แˆตแˆ˜แˆซแŠ• "แ‹˜แˆ˜แ‹ต แŠ แˆแ‰ฃ" แŠฅแŠ“ "แ‰ฅแ‰ปแ‹‹แŠ• แ‹จแ‰€แˆจแ‰ฝ...
02/11/2025

แˆตแˆแ‰ฅ แ‰ แŒŒแ‰ณแ‹ แŠ•แ‰ฅแˆจแ‰ต แ‹ญแŽแŠญแˆซแˆ

แ‹จแŠคแˆญแ‰ตแˆซ แˆ˜แŠ•แŒแˆตแ‰ต แ‰ แŒŒแ‰ณแ‹ (แ‰ แŒแ‰ฅแ…) แŠ•แ‰ฅแˆจแ‰ต แ‹จแˆšแŽแŠญแˆญ "แˆตแˆแ‰ฅ" แˆ†แŠ– แ‰€แˆญแ‰ทแˆแฃ แŠจแŒแˆซแŠ“ แŠจแ‰€แŠ แŒŽแˆจแ‰คแ‰ถแ‰นแŠ• แ‰ แˆ˜แŠ“แŠจแˆต แŠ แˆตแˆ˜แˆซแŠ• "แ‹˜แˆ˜แ‹ต แŠ แˆแ‰ฃ" แŠฅแŠ“ "แ‰ฅแ‰ปแ‹‹แŠ• แ‹จแ‰€แˆจแ‰ฝ แ‹ฐแˆดแ‰ต" แŠ แ‹ตแˆญแŒ“แ‰ตแˆ แ‰†แ‹ญแ‰ทแˆแข แ‰ แ‹“แˆˆแˆ แ‹จแ‰ฐแŒˆแˆˆแˆˆแŠ“ "แ‹จแŒŽแ‹ฐแˆ แˆตแˆแŠ“ แ‹ซแ‹ฐแˆ แ‹ฒแ•แˆŽแˆ›แˆฒ" แ‹ญแ‹ž แ‹จแˆšแŠ•แ‰€แˆณแ‰€แˆต แ‰ แˆ˜แˆ†แŠ‘แฃ แŠจแŠซแ‹ญแˆฎ แ‰ แ‰€แˆญ แŠฅแŒแŠ• แ‹จแˆšแ‹˜แˆจแŒ‹แˆˆแ‰ต แŠ แŒฅแ‰ทแˆแฃ แ‹ญแˆ… แŠจแŒแ‰ฅแŒฝ แŒ‹แˆญ แ‹จแˆšแ‹ฐแˆจแŒ แ‰ตแˆญแŒ‰แˆ แŠ แˆแ‰ฃ แŠฅแŠ•แ‰…แˆตแ‰ƒแˆด "แ‰ แ‹แˆตแŒฅ แ‹จแ‰ฐแАแˆณแ‰ แ‰ตแŠ• แ‰ฐแ‰ƒแ‹แˆž แˆˆแˆ›แ‰ฅแˆจแ‹ต" แŠซแˆแˆ†แА แ‰ แ‰€แˆญแฃ แ‹จแŠขแ‰ตแ‹ฎแŒตแ‹ซแŠ• แŒ แŠ•แŠซแˆซ แŠ แ‰‹แˆ (แ‹จแ‰ฅแˆจแ‰ต แŒแŠ•แ‰ฅ) แˆˆแˆ˜แŒ‹แˆแŒฅ แˆ˜แˆžแŠจแˆญ "แ‰ณแˆชแŠญ แˆ†แŠ– แŠจแˆ›แˆˆแ" แ‹แŒช แ‹แŒคแ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆ›แ‹ซแˆตแŒˆแŠ แŒแŠ• แŠ แˆˆแˆแˆ แŠฅแАแˆฑแˆ แˆซแˆณแ‰ธแ‹ แŒ แŠ•แ‰…แ‰€แ‹ แ‹ซแ‹แ‰แ‰ณแˆ!

01/11/2025

Midhaaganii mul'achuuf midhaagsanii dubbachuu caala midhaagsanii hojjachuun hawaasaaf gatii madaala hin qabne qaba jedhame!

01/11/2025

๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡นโœจEthiopia is undergoing a rapid and dramatic national transformation, securing its place as one of Africa's fastest-growing economies. This resurgence is characterized by a successful effort to blend its rich, ancient heritage with ambitious, modern development. This strategic growth is visibly redefining urban life through new skylines, light rail, and massive infrastructure projects.

โœ๏ธThe profound change is driven by sweeping reforms across key sectors: Extensive Industrial Expansion, Revolutionary Agricultural Reform, and Pioneering Digital Innovation. This is an untold story of national resilience, affirming that the change is deep-rooted and the nation's future is bright.

01/11/2025

Adama city

Address

Addis Ababa

Telephone

+251946441634

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Rahaa show posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Rahaa show:

Share