14/10/2025
Carraawwan misoomuu gandootarratti argamu. Ummanni tajaajila barbaadu gandarratti argama. Badhaadhinni ammoo paartii namaaf duursa kennu. Namnis carraawwan misoomuu bu'uura badhaadhinaa ta'us gandarratti argamu. Kanaaf gandi wiirtuu tajaajilaa fi Badhaadhinaati. Akeekni ijaarsa gandaas akeeka sirrii ilaalama.Badhaadhinaarraa madde. Kanaaf guyyaa har'aa wiirtuu Badhaadhinaa fi tajaajilaa gandoota cimsuuf MNO motor-saayikiloota 6800 caasaa ganddootaaf kennew jira.