Chala Mosisa

Chala  Mosisa "𝑨 π’”π’‚π’π’‚π’“π’š π’Šπ’” 𝒕𝒉𝒆 π’…π’“π’–π’ˆ π’•π’‰π’†π’š π’ˆπ’Šπ’—π’† π’šπ’π’– 𝒕𝒐 π’‡π’π’“π’ˆπ’†π’• π’šπ’π’–π’“ π’…π’“π’†π’‚π’Žπ’”. "

26/11/2025
 πŸ˜„        β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬βœοΈ"Guyyaa mindaan siif kenname foon lukkuu nyaatta; ✍️ Gaafa mindaan sun xiqqoo hir'atte immoo oomisha...
05/11/2025

πŸ˜„
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
✍️"Guyyaa mindaan siif kenname foon lukkuu nyaatta;

✍️ Gaafa mindaan sun xiqqoo hir'atte immoo oomisha lukkuu (hanqaaquu) nyaatta;

✍️Yoo mindaan kee xiqqaachaa dhufu immoo nyaata lukkuun nyaattu (boqqolloo, mishingaafaa...) nyaatta;

Yeroo mindattiin dhumtu, atumti mataan kee lukkuu taatee oliif gadi deemtee yeroo kee fixxa!"😁 😁 Jiruu mindaa!!!

Yoom mul’ata keenyaaf jiraannee ofiifis, maatii keenyaafis, biyya keenyaafis ifa taanaa?

Jireenyi hamma waan addunyaa kana irratti ta'uuf dhalatte taatutti hiika siif hin laattu!

Jireenyi waan hunda sirritti hojjechuu miti. Waan gochuu barbaaddu hojjechuu, nama ta'uu barbaaddu ta'uudha. Mul’ata keef jiraachu jechuudha.

04/11/2025

WWW stands for β€”
A) World Whole Web
B) Wide World Web
C) World Wide Web
D) Web World Wide

Yuunivarsiitii tokko keessatti piroofeesarri tokko barattoota isaa akkana jedhee gaafate: "Simbirroonni afur muka tokkor...
26/10/2025

Yuunivarsiitii tokko keessatti piroofeesarri tokko barattoota isaa akkana jedhee gaafate: "Simbirroonni afur muka tokkorra jiraatu sadi isaanii balali'uuf yoo murteessan, meeqatu muka irratti hafe jedhe gaafate?" Hunduu "Tokko" jedhee deebiseef. Barataan tokko walii hin galle "Simbirroonni afur hafan" yeroo jedhu isaan ajaa'ibsiise. Kun xiyyeeffannaa nama hunda harkiseera. Hordofuu fi xiyyeeffannna.
" Boniface ose" jedhamuun beekama Piroofeesarichi akkas jedhee isaan gaafate: "Akkamitti jedhe baraticha gaafate?" Innis akkas jedhee deebiseef: "Balaliisuuf murteessan jette, garuu dhuguma balali'an hin jenne. Murtoo gochuun tarkaanfii fudhachuu jechuu miti. Jedheen" Dhugumattis deebii sirrii ta’e ture. Seenaan kun jireenya namoota tokko tokkoo calaqqisiisa β€” dhaadannoo fi jechoota nama hawwatan hedduu qabu, akkasumas walga’ii fi hiriyoota gidduutti ni ifu, ni mul'atu,ni beekamu, dhugaa jiru garuu, jireenyi isaanii jechoota sana hin calaqqisiisu. Namoonni baay'een haasa'u, garuu muraasni qofti socho'u..! (Murtee) gochuun waan tokko... Fudhachuun (tarkaanfii) guutummaatti waan biraati.

Barnoota dabalataa fi barruulee faayidaa qaban argachuuf miidiyawwan haawasumma koo hordofaa.

Wantoota 6 Kana Namatti hin Himin..!********************************************1. Karoora kee.2. Dadhabina kee.3. Kufaa...
13/10/2025

Wantoota 6 Kana Namatti hin Himin..!
********************************************
1. Karoora kee.
2. Dadhabina kee.
3. Kufaatii kee.
4. Iccitii kee.
5. Sochii kee kan fuul-duraa.
6. Galii kee yookiin (qabeenya) kee hin himin.
********************************************
Jahan Kana Ammoo Hojiirra Oolchi!
********************************************
1. Yaadi malee hin dhiphatin!
2. Nama irraa baay'ee hin eeggatin!
3. Dandeettii tee beeki!
4. Dogoggora kee irraa baradhu!
5. Ofitti amanamummaa qabaadhu.
6. Dandeettii teetitti fayyadami!
******************************************** Madda FB
©️ Dr. Hamza Jemal

***Jijjiirraa Barsiisotaa Karaa Online***β€ŽJijjiirraan barsiisotaa bara kana karaa oline'n adeemsifama jedhame ture abdii...
24/08/2025

***Jijjiirraa Barsiisotaa Karaa Online***

β€ŽJijjiirraan barsiisotaa bara kana karaa oline'n adeemsifama jedhame ture abdii guddaa barsiisota keessatti kan uumee ture ta'us, adeemsi isaa burjaajjii fi yaaddoo guddaa uumaa jira.
β€ŽKeessattuu:-
β€Ž1.Dogoggora bara qaxarrii
β€Ž2.Dogoggora fiildii
β€Ž3.Ragaan barsiisota hedduu guutamuu dhabuun
β€Ž4.User name fi koodiin barsiisota hedduuf qaqqabuu dhabuu
β€Ž5.Akkaataan fi ragaaleen gaa'ilaa itti guutaman ifa taa'uu dhabuu
β€Ž6.Barsiisonni hedduun Barnoota gannaa fi leenjii irra waan jiraniif ragaaleen guutamuu qaban argachuu dhabuu.
β€ŽFkn. Efficiency fi ragaalee gaa'ilaa.
β€Ž7.Ragaalee guutaman ilaalchisee hubannoo gahaan dhabamuu.
β€ŽFkn.Waajjiraalee barnootaa Aanaa fi dura bu'ootaa bilbilaan yeroo gaafannu odeeffannoo gahaa argachuu dhabuu Fi kkf qormaata guddaa barsiisotatti ta'anii jiru.
β€Ž
β€ŽKanaafuu qaamni dhimmi ilaalu waan kana gadi fageenyaan ilaalee ragaalee barbaachisu hunda sirnaan akka guutttataniif yeroon dabalataa kennamu qaba.

Nama gammachiisaπŸ™πŸ™πŸ™
11/08/2025

Nama gammachiisaπŸ™πŸ™πŸ™

17/05/2025

All human beings are born free and equal in dignity and rights.

Source:Eruopean fb

14/05/2025

LAFA NAGAA BULAA
πŸ•ŠοΈπŸ•ŠοΈπŸ•ŠοΈ
πŸ›Œ
πŸ€²πŸ§‘β€πŸ’»πŸŒ„

23/03/2025

Address

Oromia
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Chala Mosisa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share