Burqaa Ispoortii

Burqaa Ispoortii Since August 25, 2019

Viiktoor Yookeresh taphataa jalqabaa  taphoota Neeshin Liigii jaha iratti walitti aansuun goolii lakkoofsise ta'eera.
03/10/2026

Viiktoor Yookeresh taphataa jalqabaa taphoota Neeshin Liigii jaha iratti walitti aansuun goolii lakkoofsise ta'eera.

Raafiinaan taphataa cimaa Laaliigaa Ispeen baatii Fulbaanaa ta'un filatameera.
02/10/2026

Raafiinaan taphataa cimaa Laaliigaa Ispeen baatii Fulbaanaa ta'un filatameera.

Baga Ayyaana Irrechaa Hora Finfinnee Nagaan Gessan!
02/10/2026

Baga Ayyaana Irrechaa Hora Finfinnee Nagaan Gessan!

Rukuttan xummuraa Daaviid Rayaan tapha Arsenaal Sandarlaand waliin taasisan iratti deebise Save of the month pirimeer Li...
02/10/2026

Rukuttan xummuraa Daaviid Rayaan tapha Arsenaal Sandarlaand waliin taasisan iratti deebise Save of the month pirimeer Liigii Inglaand baatii fulbaanaa ta'un filatameera.

🟢Taphataan sarara fuunduraa Arsenaal Kiristoos Zooliis miidhaman torbee lamaa hanga sadii fagaachuu danda'a jedhameera
02/10/2026

🟢Taphataan sarara fuunduraa Arsenaal Kiristoos Zooliis miidhaman torbee lamaa hanga sadii fagaachuu danda'a jedhameera

Biraayteen badhaasa Pirimeer Liigii Inglaand kan baatii Fulbaana walitti qabee fudhateeraLeenjisaa cimaaTaphataa cimaa f...
02/10/2026

Biraayteen badhaasa Pirimeer Liigii Inglaand kan baatii Fulbaana walitti qabee fudhateera

Leenjisaa cimaa
Taphataa cimaa fi
Taphataa goolii bareedaa lakkoofsise.

🟢Taphataan sarara fuunduraa Barseloonaa Raafinaan qorannoo taasifameef booda midhama irraa bilisa ta'un isaa ifa ta'eera...
02/10/2026

🟢Taphataan sarara fuunduraa Barseloonaa Raafinaan qorannoo taasifameef booda midhama irraa bilisa ta'un isaa ifa ta'eera.

Leenjisaan Biraayteen Faabiyaan Haarziler leenjisaa cimaa Pirimeer Liigii Inglaand baati Fulbaana ta'un filatameera.
02/10/2026

Leenjisaan Biraayteen Faabiyaan Haarziler leenjisaa cimaa Pirimeer Liigii Inglaand baati Fulbaana ta'un filatameera.

Maanchister Siitiin himata balleessaa jedhamee iratti oliyyannoo galfateera.
02/10/2026

Maanchister Siitiin himata balleessaa jedhamee iratti oliyyannoo galfateera.

Paaskaal Groos taphataa cimaa Pirimeer Liigii Inglaand baatii fulbaana ta'un filatameera.
02/10/2026

Paaskaal Groos taphataa cimaa Pirimeer Liigii Inglaand baatii fulbaana ta'un filatameera.

Address

Finfinnee Oromiyaa
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Burqaa Ispoortii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Burqaa Ispoortii:

Shortcuts

Share