Chala Jafer

Chala Jafer .

27/04/2024
27/04/2024
Kan isinitti tole filadhaa!!
16/04/2024

Kan isinitti tole filadhaa!!

16/04/2024

screenshots
16/04/2024

screenshots

 Shanan Dhuuggootti Qophii Leenjii Hoggansa Barnootaa fi Ogeeyyii Barnootaa
16/04/2024

Shanan Dhuuggootti
Qophii Leenjii Hoggansa Barnootaa fi Ogeeyyii Barnootaa

25/03/2024
05/09/2023
Hagayya 29/2015=============Beeksisa ==////===Barattoota Bara barnootaa 2016 tti Manneen Barnootaa Bultii Addaa seentani...
04/09/2023

Hagayya 29/2015
=============
Beeksisa
==////===
Barattoota Bara barnootaa 2016 tti Manneen Barnootaa Bultii Addaa seentanii barachuuf galmooftan hundaaf.
Barattootni Goodinaalee adda addaa irraa galmooftanii jirtan hundi keessan qormaata Seensaaf qophii barbaachisu akka gootan isin beeksisna.
Gosootni barnootaa qormaata seensaaf irratti qophooftan :
1: Saayinsii Waliigalaa
2:Herrega
3: Afaan Oromoo
4: Afaan Ingilizii qofa.
Carraa gaarii siniif hawwina.

Tokkummaan Misoomaaf!

Ergaa_Galateeffannaa!★★★★★★★★★★★☆ !★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★Hoggansi Aanaa Keenyaa , Miseensi Adda Dureen Manneen Hojii Moot...
17/07/2023

Ergaa_Galateeffannaa!
★★★★★★★★★★★☆
!
★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★
Hoggansi Aanaa Keenyaa , Miseensi Adda Dureen Manneen Hojii Mootummaa Hunda Keessa Walitti Dhuftan, Dargaggootni, Hayyootni, Jaarsooliin Biyyaa, Haadhooliin Siinqee, Abbootiin Amantaalee Adda Addaa, Ogeeyyiin Miidiyaa, Hojjattoota Mootummaan Seektaroota Adda Addaa, Hojjattootni Dhaabbilee Mit-Mootummaa Adda, Abbootiin Qabeenyaa, Qaamoleen Haqaa, Qaamoleen Nageenyaa Sadarkaa Sadarkaan Jirtaniifi Barattootni Dhaabbilee Barnoota Olaanoo Irraa Boqonnaaf Maatii Teessan Bira Jirtan, Barattootni Manneen Barnootaa Sad.1ffaafi 2ffaa Aanaa Milkaa'uuf Kan Beekkumsaan, Humnaan, Qabeenyaafi Yaadaaniis Duula Dhaabbii Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa Marsaa 5ffaa Akka Biyyaatti Labsamee Jiru Kun Akka Aanaa Shanan Dhuuggoottiis Duulli Dhaabbii Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa Marsaa 5ffaa Bara 2015 Kun Araddoota Aanaa Keenyaa Keessatti %100 Milkeessuuf Akkaataan Isin Kutaalee Hawaasaa Jiran Guutuu Gurmaa'insa Mootummaafi Paartii Jalatti Karaa Addaatiin Qindeessitanii Hojii Duula Dhaabbii Ashaaraa Magariisaa Marsaa 5ffaa Kana Araddoota Aanaa Keenyaa Hunda Keessatti Milkaa'uuf Gandoota Qabdu Hunda Keessatti Wareegama Olaanaa Kafalaa Turtaniin Akka Aanaa Shanan Dhuuggootti Guyyaa Tokkotti Biqiltuu Lakkoofsaan 5,560,000 Ol Dhaabdanii Waan Jirtaniif Maqaa Kabajamtoota Koree Qindeessituu Aanaa Keenyaatiin Baayyee Baayyee Galatoomaa! Bakka Dafqi Irraa Bahe Fayyaan Isiniif Haa Seentu Isiniin Jechuu Barbaanna! Baayyee Baayyee Galatoomaa!!.

🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

Rest in peace Adeeroo
07/11/2022

Rest in peace Adeeroo

 warra baranaa kan bara hedduu isin haa taasisu!!
08/07/2022


warra baranaa kan bara hedduu isin haa taasisu!!

Haqaafi maqaan isaa isa faana hin duuneKanaaf maqaan isaa afaaniinu hin buuneQaamaandhokatulleemana kophaagaleetiJaalall...
29/06/2022

Haqaafi maqaan
isaa isa faana
hin duune
Kanaaf maqaan
isaa afaanii
nu hin buune
Qaamaan
dhokatullee
mana kophaa
galeeti
Jaalalli isaaf
qabnu kanuma kaleeti.💔

22/06/2022
22/06/2022
19/06/2022

.
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
💗💗💗💗💗💗💗💗
💖💖💖💖💖💖💖💖

22/04/2022

RAMADAN MUBARAK

 Baga Guyyaa Gootota Oromoo Ebla 15 Nagaan Geessan!!
15/04/2022


Baga Guyyaa Gootota Oromoo Ebla 15 Nagaan Geessan!!

31/03/2022

𝐇𝐚𝐲𝐲𝐮 𝐃𝐮𝐫𝐞𝐞𝐧 𝐀𝐁𝐎 𝐃𝐮𝐫𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐎𝐛𝐛𝐨 𝐆𝐚𝐥𝐚𝐚𝐬𝐚𝐚 𝐃𝐢𝐥𝐛𝐨𝐨 𝐃𝐮`𝐚𝐚𝐧 𝐁𝐨𝐪𝐚𝐭𝐚𝐧.

Hayyu Duree ABO duraanii fi qabsaawaan ganamaa Obbo Galaasaa Dilboo dhukkuba tasa isaan mudateen guyyaa Hardhaa Bitooessa 30/2022tti du`uun isaanii gabaafamee jira.

Obbo Galaasaa Dilboo nama qabsoo Oromoo keessatti aarsaa guddaa kaffalaa turan yoo ta`an, bara 1980 moota keessa yeroo Bariisoo Waabee faa Shinnigatti jaallan isaa kudhan waliin aarsaa ta’an, ABO akka gaggeessuuf kan bakka buufaman yoo ta`u, bara sanaa kaasee hanga Obbo Daawud Ibsaaf baallii dabarsanitti ABO gaggeessaa turan.

Obbo Galaasaa Dilboo nama kophaa isaanii miliyoonota qabsoodhaan sochoosan, nama diina Oromoo mataa raasaa turan, nama lolee lolchiisuu fi hooggansa cimaadhaan ummata isaanii tajaajilaa turan.

Obbo Galaasaa Dilboo gootni Oromoo guddaan, umurii ijoollummaa isaaniitii hanga gaafa lubbuun darbaniitti, qabsaa'aa, ijaaraa fi falmachuudhaan bara ofii dabarsan.Hayyuun kun haftee Jaarraa Abbaa Gadaati. dabalataanis Obbo Galaasaan nama Umurii isaanii guutuu kabajamuu mirga Oromootiif of kennanii qabsaa'aa turanii fi wal'aansoo gatii guddaa nama kanfalchiisu baayyee darbuun sadarkaa har'a sabni irra jiru kanaan gahuuf gahee leencaa taphatanii turan

Obbo Galaasaan yeroo dhihoo bara qaanqeen jijjiiramaa biyya Itoophiyaa jalqaba ife sanitti, akkuma Oromoota hundaa biyya baqaa jiraatan keessaa gara dachii Abbaa isaanii Oromiyaatti deebi`anii turan. Miseensa paarlaamaa biyyattiitis ta`anii turan.

Haa ta`u malee isaanis guyyaan nama irraa hin oolle dhuftee fudhattee jirti. duuti isaanii hawaasa Oromootiif gadda guddaadha. Maatii,firoottan, hiriyyootaa fi hawaasa Oromoo isaan dhabeef rabbiin jajjabina haa kennu. isaan immoo jannataan haa qananiisu.

20/03/2022
Hin fedhinaa!!(Like hin godhinaa!!)Yaadaas hin barreessinaa!!Waliif qoodaa!!Share only!!
05/03/2022

Hin fedhinaa!!
(Like hin godhinaa!!)
Yaadaas hin barreessinaa!!
Waliif qoodaa!!
Share only!!

01/03/2022
Follow godhaalike godhaaShare godhaa
21/02/2022

Follow godhaa
like godhaa
Share godhaa

kuni eenyu laata?
19/02/2022

kuni eenyu laata?

18/02/2022

Welcome to my page.
Like , Invite , Share to your friend.
Thanks!

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Chala Jafer posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Chala Jafer:

Videos

Share