Falmaa4O

Falmaa4O Ani Falmaa Bilisummaati(You are what you believe)
Kallacha Qabsoo Oromoo (ABO)n dhaaba, Abukaatoo Oromooti. Fyodor Dostoevsky

OROMIYAAN BIYYA ❤💚❤🌿
"If you feel pain, you're alive. If you feel other people's pain, you're a human being."

Jeneraaloota😍😍
03/07/2026

Jeneraaloota😍😍

Abbaa Haqaa😍
02/07/2026

Abbaa Haqaa😍

Abdii Dhugaa❤💚❤
02/07/2026

Abdii Dhugaa❤💚❤

Kutataa koo😍
02/07/2026

Kutataa koo😍

Jirra bullee barii arguuf❤😍
01/07/2026

Jirra bullee barii arguuf❤😍

29/06/2026

Jirra😍

Guyyaa har'aa!Salaalee Aanaa Kuyyuu Ganda Dubbannaa Agalootti Waraanni Maafiyaa PP mana jireenyaa Uummata gandicha sabab...
23/06/2026

Guyyaa har'aa!

Salaalee Aanaa Kuyyuu Ganda Dubbannaa Agalootti Waraanni Maafiyaa PP mana jireenyaa Uummata gandicha sababa ilmaan keessantu WBO keessa jira jedhuun barbadeessite,
1. Mana Obbo Girmaa Leenjisoo mana qorqoorroo 2 fi Citaa 1 Meeshaa mana keessa guutuu waliin
2. Mana Obbo Dabalee Damissee mana citaa 1 meeshaa manaa guutuu waliin
3. Mana Obbo Tolasaa Dabalee mana Qorqoorroo 1 fi citaa 2 meeshaa manaa guutuu waliin
4. Mana Obbo Ijaaraa Addunnaa qorqoorroo 1 fi citaa 1 meeshaa manaa guutuu waliin
5. Mana Obbo Badhaasaa Nuuree citaa 1 meeshaa mana keessaa guutuu waliin
6. Mana Obbo Dhugaasaa Waaqtolaa qorqoorroo 1 meeshaa mana keessaa guutuu waliin
7. Mana Aadde Abarruu Gammachuu qorqoorroo tokko meeshaa mana keessaa guutuu waliin
8. Mana Obbo Yaazoo Tafarii qorqoorroo 1 meeshaa mana keessaa guutu waliin
9. Mana Obbo Dachaasaa Tilinti qorqoorroo 1 fi Citaa 1 meeshaa manaa guutuu waliin abidda itti qabsiisuun yoo gubdu,
Obbo Taaddasaa Barii fi
Aadde Tolashii Taaddasaa ammoo fuutee mana hidhaa Impaayerasheetti galchiteerti.

✓Yaa Oromoo yoo dammaqxee qofaa beeki kan gidiraa kanaa of irraa urgufachuu dandeessu!💔

Egereen keenya ifa!❤️💚❤
18/06/2026

Egereen keenya ifa!❤️💚❤

Leenca fakkii namaa Jaal Moo'ii Tufaa urjii lola keessaa😼❤💚❤️Yoomuu jirta onnee Oromootaa keessa!
18/06/2026

Leenca fakkii namaa Jaal Moo'ii Tufaa urjii lola keessaa😼❤💚❤️
Yoomuu jirta onnee Oromootaa keessa!

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Falmaa4O posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category