Burka press

Burka press Oduu fi Odeeyfannoo,
Addunyaa guutuuu, Media irraa arkattu!


godhuun nu hordofaa!

 : Waliigalteen hariiroo ji'oopoltikaa Jijjirtu taasifamte."Turkii, Sa'udii Arabiyaa fi Paakistaan ​​biyyoota sadeen wal...
08/08/2026

: Waliigalteen hariiroo ji'oopoltikaa Jijjirtu taasifamte.

"Turkii, Sa'udii Arabiyaa fi Paakistaan ​​biyyoota sadeen waliigaltee ittisaa haaraa mallatteessaniiru."
Turkii, Sa'uudii Arabiyaa fi Paakistaan ​​waliigaltee ittisa biyyoota sadii haaraa, "Waliigaltee Makkaa" jedhamuun beekamu ifatti mallatteessuu isaanii beeksisan.

Keewwatni ijoo fi giddu galeessaa waliigaltee seena qabeessa kanaa qajeelfama wal-irraa ittisuu of keessaa kan qabu yoo tahu; akkaataa kanaan biyyoota mallatteessan sadan keessaa tokko irratti halee-llaan hidhannoo kamiyyuu yoo raawwatame akka haleellaa hunda isaanii irratti raawwatameetti fudhatamee deebii waloo akka keennaniis.

Waliigalteen tun dandeettii biyyoonni halee-llaa kamirraayyuu waliin ta’uun of ittisuu danda’an daran cimsuu fi tumsa ittisaa biyyoota sadan gidduutti damee hundaan akka dabalu kan akeeke ta’uun ibsameera.

 : Dippilomaatonni Ameerikaa gara Asmaraatti imaluuf akka jirantu  himame Torbee dhufan keessatti jilli dippilomaasii Am...
07/08/2026

: Dippilomaatonni Ameerikaa gara Asmaraatti imaluuf akka jirantu himame

Torbee dhufan keessatti jilli dippilomaasii Ameerikaa fi Gamtaa Awurooppaa gara Asmaraatti akka imalu maddeen dippilomaasii ibsaniiru. Akka maddeen dippilomaasii ibsanitti, kaayyoon imala kanaa qoqqobbii Eertiraa irratti kaa’ame kaasuu fi waldhabdee naannawa jiran furuuf mari’achuufi.

US ji'oota dabran keessa hariiroo Ertiraa waliin qabdu idileessuuf socho'aa turte. Torban lama dura gorsaan Tiraamp Ministira Dhimma Alaa Eertiraa waliin Kaayirootti wal arguun isaanii ni yaadatama.

06/08/2026

marsaa lammaffaaf haala kana godhan taanaan kuni salphina.
Itti yaadamuu qaba!

Iccitii Miliqee Bahe!Akka "Horn Review" gabaasetti, Gareen TPLF qaamolee Eertiriyaa waliin ta'uun magaalota Tigraay kees...
06/08/2026

Iccitii Miliqee Bahe!

Akka "Horn Review" gabaasetti, Gareen TPLF qaamolee Eertiriyaa waliin ta'uun magaalota Tigraay keessatti miidhaaa qindaawaa raawwachuuf karoorfatee jira. Kaayyoon karoora kanaa Mootummaa Federaalaa yakkamaa taasisuu, amantaa ummataa laaffisuu, mormii uumuu fi jeequmsa siyaasaa babal’isuudha.

Kaayyoo kana milkeessuuf, hoggantoonni TPLF naannoo Zaalaambassaa jedhamtu keessatti, qondaaltota waraanaa fi siivilii Eertiriyaa waliin marii dhoksaa taasisaniiru. Maricharratti hoggantoonni akka Wadii Madhiin fi Kinfee Daanyaw hirmaachuun, ummata kakaasuu fi Mootummaa Federaalaa irratti mormii bal'aa uumuuf mala dhahuu isaanii gabaasni "Horn Review" ibseera.

Marii taasisan kanaan, dhaabbilee diinagdee fi warshaalee ummataaf carraa hojii uuman dabalatee, manneen amantaa kanneen akka Masjiidaa fi Bataskaanaa irratti miidhaa geessisuuf akka jedhan gabaasichi addeesseera. kana males, iddoowwan ummataa kanneen akka gabaa, buufata geejjibaa fi hospitaalota irratti miidhaa geessisuun, yakka sana Mootummaa Federaalaa irratti fe'uuf karoorfataniiru.

Gareen kun duula kana galmaan gahuuf, meeshaa sab-qunnamtii hawaasaa fi namoota miidiyaa irratti dhiibbaa uumuu danda'an (influencers) qopheeffatee jira. Karoorri kun iccitiidhaan akka raawwatamuuf, odeeffannoon qophii waraanaa kun alatti bahee ummatni dursee akka hin dhageenyeef loltoota irraa bilbilli harkaa sassaabamaa jiraachuunis himameera.

Gara biraatiin, naannolee Raayaa, Zoobel, Waajaa, Xumuugaa, Makonnin fi Koreem keessatti humna waraanaa bobbaasaa fi meeshaa gurguddaa qopheessaa akka jiranus gabaafameera.

Haaluma kanaan wal-qabate, naannoo Alaamadaa, Korem, Qobboo fi Konii keessatti sochiin geejjibaa guutummaatti addaan citee jira. Sababa kanaan kan ka'es, uummatni naannoo sanatti argamu sodaaf jecha qe'ee fi mana isaa irraa buqqa'ee baqachaa jiraachuun gabaasni "Horn Review" ni addeessa.

  Federaalaa  humna qilleensaa fi lafoos nurratti fayyadamee nu halee-leera jechuudhaan" TPLF ibsa kennite.Dhaabni Wayya...
04/08/2026

Federaalaa humna qilleensaa fi lafoos nurratti fayyadamee nu halee-leera jechuudhaan" TPLF ibsa kennite.

Dhaabni Wayyaaneen ibsa gaazexeessitootaaf kenneen lola Shiraaroo kan eegale dargaggoo dirqisifamanii fi garee Hamdan Dagaaloo kan Sudaan keessa socho’uun akka ta’e ibsiteetti.

Dargaggoonni kunneen kanaan dura dirqisiifamanii naannoo sanatti walitti qabamaniiru jechuun himataniiru.
Sana booda mootummaan giddu galeessaa humna qilleensaa fi humna lafaa dabalatee humna isaa hunda naannoo sanatti bobbaase jedhan. "Haleellaa kana keessatti humni lafaa fi qilleensaa gosa hunda kan itti fayyadame yoo ta'u, haleellaan kun halkanii fi guyyaa itti fufeera." Ibsichi akka jedhutti.

Wayyaaneen garuu haleellaa kana dura dhaabbachuun mootummaa giddu galeessaa irratti kasaaraa guddaa akka geessisan dubbatteetti.

 ‼️Murni jaarrolee TPLF haleellaa adda waraana sharariina irratti injifatamuu isaa dhoksuuf jecha toofta haara'a biroo b...
04/08/2026

‼️

Murni jaarrolee TPLF haleellaa adda waraana sharariina irratti injifatamuu isaa dhoksuuf jecha toofta haara'a biroo baasun hawaasa idila addunyaatti lafa jalaan himannaa jalqabe jedhan.

Murnichi miseensota waraana haleellaa adda waraana sharariina isaan jalqaba banan irratti jalaa miidhame buqqaatota sudaan keessaati jechuun moo'amuu isaa dhoksuuf dhagaa fi muka hunda gara gaggalchaa jira waan ta'eef mootummaan Itiyoophiyaa shira TPLF waraana isaa kan miidhame gara hawaasa siiviilitti jijjiiruf ifaaja jiru hordoffii taasisuun harkaa fashaleessuu akka qabu dhaamna.

Thanks for being a top engager and making it on to my weekly engagement list! 🎉 Tolaa Aliyyii, Amaan Galgalu Shula, Orom...
03/08/2026

Thanks for being a top engager and making it on to my weekly engagement list! 🎉 Tolaa Aliyyii, Amaan Galgalu Shula, Oromiyan Taoromoti, Sanii Abdla, Boriifan Tulluu, Qabsoo Nabaraa, Tariku Gemechu, Eshetu B Firisa, Eshetu Debele Nagawo, Gadaayoo Bekele, Badhaaso Moo, Ayana Biratu Tef, Hulufo Kalicha Suke Dhandhane, Jrrsh Rabbirraa Roobeera, Mahamad Husen, Miraaj Firos, Hassen Bushira, Badhaasoo Saanii, Abdoo Yuusuf, Kayru Rashid, Nagaasaa Taaddasaa Supahaa, Mustefa Ahmed, Abdii Borif, Yusufee Alyii, Godaannisa Seenaa, Husen Mohamed Husen, Indaalkachoo Yaadataa, Eba Lem, Kalif Abrahim, Mahammad Ussen, Nuraddin Mudda, Diyaa Ab Zinab Jimaa, Lenco Lechisa, Jamal Adam, Jems Jemal, Oromiyaa Kiyya, Gadaa Robalee, Amin Ahmed, Jafare Dire Qabsoo, Bamora Mora Mora, Kalid Abdallaa, Gamme Wm, Fidaa Midhaksa, Sabboonaa Tasfaayee Uumee, Ibroo Muhammad, Keennaa Konjo, Fayisa Yadesa, Amin Ahmad-hussein Abdusemad, Mahamedsane Mustefa, Tofik Muktar

Sigiga lafaa Godina Shawaa Kaabaa naannoo Amaaraatti mudateen amantootni 14 lubbuu dhaban
03/08/2026

Sigiga lafaa Godina Shawaa Kaabaa naannoo Amaaraatti mudateen amantootni 14 lubbuu dhaban

TPLF ''mootummaan Itoophiyaa Humna Dafee Dhaqqabaa Sudaan Jeneraal Mohaammad Hamdaan Dagaaloon durfamu RSF waliin tahuun...
03/08/2026

TPLF ''mootummaan Itoophiyaa Humna Dafee Dhaqqabaa Sudaan Jeneraal Mohaammad Hamdaan Dagaaloon durfamu RSF waliin tahuun Lixa Tigiraay naannoo Shereriinaa jedhamutti Humna Nageenyaa Tigiraay irratti haleellaa raawwate'' jechuun himannaa dhiheesse.

RSF Humna Waraanaa Sudaan Jeneraal Abdel Fattaa al-Burhaaniin durfamu waliin wal waraanaa jira.

Garuu naannoo daangaa Sudaanii fi Itoophiyaa walitti bu'insi itti ka'e jedhame kana qabatee kan jiru humna waraanaa Sudaan akka tahe himama.

Kanaaf humni RSF naannicha jiraachuu kan mirkanessu gama RSFnis tahe mootummaa Itoophiyaan ibsi kenname hin jiru.

Himannaa TPLF kanarratti gama mootummaa Itoophiyaan hanga ammaatti wanti jedhame hin jiru.

MM Itoophiyaa Dr Abiy Ahimed ''waggaa lama wal waraanuurra waggaa 20 karaa nagaa mari'achuu wayya'' jedhanii ture.

Garuu TPLF ''dibbee waraanaa rukutuu jaalata'' jechuun himataa turan.

Walitti bu'insa Sanbata darbe humna waraanaa Itoophiyaa fi humnoota nageenyaa Tigiraay gidduutti mudate hordofee namoonni hedduun naannoo Tigiraay irraa gara Sudaanitti baqachuu AFP gabaaseera.

በሸረሪና ምክንያት በሱዳን ጦር ዘንድ መደናገጥ ተፈጥሯል ተባለ‼​ለስድስት ዓመታት የሕወሃት ዋና ማዘዣ የነበረው የሸረሪና ወታደራዊ ካምፕ በመከላከያ እና በተከዜ ዘብ ኃይሎች ሙሉ በሙሉ በቁጥ...
02/08/2026

በሸረሪና ምክንያት በሱዳን ጦር ዘንድ መደናገጥ ተፈጥሯል ተባለ‼

​ለስድስት ዓመታት የሕወሃት ዋና ማዘዣ የነበረው የሸረሪና ወታደራዊ ካምፕ በመከላከያ እና በተከዜ ዘብ ኃይሎች ሙሉ በሙሉ በቁጥጥር ስር መዋሉ ተገለጸ።

በአየርና በእግረኛ ሰራዊት በተካሄደው በዚህ ውጊያ በሕወሃት ላይ ከፍተኛ ሰብአዊና ቁሳዊ ኪሳራ የደረሰ ሲሆን፣ የሕወሃት ተጨማሪ ኃይል የማስገባት ሙከራም አለመሳካቱ ታውቋል።

​የደረሰው ጉዳት እና የተያዙ ምርኮኞች፦
​የሰው ኃይል፦
ከ195 በላይ ታጣቂዎች መገደ*ላቸውንና
ከ176 በላይ የሚሆኑት ደግሞ መቁሰላቸውን ይጠቁማሉ።
በተጨማሪም 121 ታጣቂዎች እና አንድ የኮሎኔል ማዕረግ ያለው የሻለቃ አዛዥ ተማርከው ወደ ባከር ማሰልጠኛ ተወስደዋል ተብሏል።

​የጦር መሳሪያዎች፦ ከ450 በላይ ክላሽንኮቭን ጨምሮ፣ ብሬን፣ ዲሽቃዎች፣ RPG፣ ስናይፐር፣ ሞርተሮች፣ ሮኬቶች እና ከ8 በላይ የሬዲዮ መገናኛዎች መማረካቸው ታውቋል።

​ቁሳቁስና ተሽከርካሪዎች፦ በፓትሮል ላይ የተመደቡ ዙ-23፣ ወታደራዊና የሎጂስቲክ ተሽከርካሪዎች እንዲሁም ትራክተሮች የወደሙ ሲሆን፤ ጄኔሬተሮችና ሌሎች ቁሳቁሶች ተማርከዋል።

​በሌላ በኩል፣ የሸረሪና ካምፕ መያዝን ተከትሎ በሱዳን ጦር በተያዙ አጎራባች የኢትዮጵያ ይዞታዎች ላይ ውጥረት መንገሱ ተገልጿል።

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Burka press posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Burka press:

Shortcuts

Share