Nuuraddiin Aliyyii

Nuuraddiin Aliyyii If Tahee Jiraachuun Ejjannoo Kiyya

Komachuun dura
addaan baafadhu
Komachaa jiraachuurraa
Gorfachuutu caala

Of taatee jiraachuun
Malattoo Namummaa fi Qaroominaati

Nuti akka Itiyoopiyaa tti Aalima fi Muftiin guddaan qabnu Dr. Jeeylaan khadiir Gammadaati. Even, Ardiin Afrikaa Biyya 56...
14/03/2026

Nuti akka Itiyoopiyaa tti Aalima fi Muftiin guddaan qabnu Dr. Jeeylaan khadiir Gammadaati. Even, Ardiin Afrikaa Biyya 56 ol qabdu fatwaa isaa caqasti. Kanaaf fatwaa yeroo Ammaa zakaa ilaalchisee Kennamaa jirtu dhiisnee tan isaanii hordafuu qabna. Akka doktorri ja'anitti,

1. Zakaan Fixrii midhaan irraa saa'ii/suguda takkaatu kennama. Saa'iin/sugudni 1 muddii 4 wajji walqixa. Hisaaba kana gara safara Ammayyaatti yoo deebisnu
Qamadii = 2.5 Kg
Garbuu = 2.5 Kg
Xaafii = 2.5 Kg
Daqiiqaa = 2.5 kg
Ruuza = 2.6 kg
Boqqolloo = 2.5 kg

2. Zakaa Maallaqaa baasuuf maallaqa zahaba fi fiddaa (Gold and silver) gara maallaqa Itiyoopiyaa tti deebisuu qabna. Yeroo Ammaa silver kiiloograam 1 maallaqa Itiyoopiyaa tti birrii 80-135 jidduu jira.

Kanaaf 80x595 = 47,600 taha.
Kana jachuun yeroo Ammaa lammii Itiyoopiyaa tokkoof zakaan birrii 47,600 irraa eegalti. Kanarraa Kan baafamu %2.5 yoo tahu maallaqa Itiyoopiyaa tti birrii 1190 taha.

✍️Hamzaa Abdulhakim
Soomaa fi salaata keenya Rabbi nurraa haa qeebalu!

Address

Addis Ababa
00000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Nuuraddiin Aliyyii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share