Eskender Ahmed

Eskender Ahmed Xiyyeffannon jiraa tanan Milkaa'a ta'uu dandessa page kana follow godha guddisaa

  Hiriyyaa #πŸ‘ŒπŸ‘ŒπŸ‘ŒπŸ‘ŒπŸ‘ŒGorsa Hiriyaa kan namni hunduu irratti waliif galu.β–ͺ Nama tokkoof ala lamaa ol hin bilbilin. siif hin k...
17/04/2026

Hiriyyaa #πŸ‘ŒπŸ‘ŒπŸ‘ŒπŸ‘ŒπŸ‘Œ

Gorsa Hiriyaa kan namni hunduu irratti waliif galu.

β–ͺ Nama tokkoof ala lamaa ol hin bilbilin. siif hin kaasan taanaan waan baayyee barbaachisaa ykn dirqamaa keessa jiru ta'a.

β–ͺ Qarshii liqeeffatte dafiitii deebisi. qarsii tokkoos dhibbaas haa ta'u; osoo namichi sin gaafatiin. kun amanammummaa kee agarsiisa.
β–ͺ Namni affeerraaf yoo si waame, nyaata qaalii hin ajajiin. yoo dandeesse kan fedhakee naaf ajaji jedhiin.

β–ͺ Yoo namni bilbilarraa suuraa sitti agarsiisu gara bitaa ykn mirgaatti hin dabarsiin; waan itti aanee jiru hin beektuuti.

guyyaan kessan haa bareduu guyyaa gaarii qabadha
12/04/2026

guyyaan kessan haa bareduu
guyyaa gaarii qabadha

Address

Iskaandar Ahmed
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Eskender Ahmed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share