Xiqiin Dammaarra Mi'oofti

Xiqiin Dammaarra Mi'oofti Oduu dhisaa kotta follow godha page koo

04/07/2025
👌🤞💃
18/06/2025

👌🤞💃

Iran has spent 900 million dollars for weapons fired on Israel.Let it be. Iran has destroyed the 5th generation American...
17/06/2025

Iran has spent 900 million dollars for weapons fired on Israel.

Let it be. Iran has destroyed the 5th generation American drone with the latest technology. Russia wanted the secrets of this drone so it offered 2 billion dollars to Iran.

➢ Israel's missile with the latest technology camera has fallen in Iran deserts without any damage. North Korea has offered 500 million and China 2 billion to Iran to test this missile 8 times more than sound.

South African Hapach manufacturer has offered 800 million to buy a helicopter named after A***n Sharon from Iran.

Biyya Ethiopia Kana Keessatti Namasaa Miti Rakkinni Mataansaayyuu Baay'ee Rakkachaa Jira🥹Ethiopia 😭
10/06/2025

Biyya Ethiopia Kana Keessatti Namasaa Miti Rakkinni Mataansaayyuu Baay'ee Rakkachaa Jira🥹

Ethiopia 😭

10/06/2025

I got over 100 reactions on my posts last week! Thanks everyone for your support! 🎉

 “Gabaa guutee yaa konkordaaLafaa fuutee na sossobdaa?” akka hin jenne!Geebni argitan kun lafaa hin fuudhamne. Fiilmii A...
08/06/2025


“Gabaa guutee yaa konkordaa
Lafaa fuutee na sossobdaa?” akka hin jenne!

Geebni argitan kun lafaa hin fuudhamne. Fiilmii Afaan Oromootu sadarkaa addunyaatti dorgommiif dhiyaatee, fiilmiiwwan kan biroo afaaniifi biyya addaa addaarraa dorgommiif dhiyaatan baay’ee injifachuudhaan 1ffaa ta’ee badhaafame. Wow!

Charlotte Black Film Festival 2025
Best International Film =
Barreessituun: Keeyeroon Darajjee
Daarekteerri: Fiqaaduu Daadhii

Fiilmiin afaan Oromoo sadarkaa guddaa akkasiitti beekamtii argatee, 1ffaa jedhamee badhaafamuun baay’ee nama gammachiisa!

Ifa guddaatu jira fuuldura keenya - bakka ga’uu mallu inuma geenya!

Nu kuffiisu - inuma kaana
Gad nu qabu - oluma baana!

View :- Leta Kenea

08/06/2025
06/06/2025

Kolfuun dhorkaadha😂

Haadha Warraatu Xal-ergaa (Message) Abbaa warraaf erga.

"Nadhiikoo, Yeroo galtu Daabboo bituu hindagatin, Hiriyaankee Kuulaniin ammo sidubbisteetti."

Abbaa Warraa " Eenyu Kuulaniin?"

Haadha Warraa "Eenyuunuu miti, Akkati Ergaakoo argite mirkaneeffachuufi😂"

Abbaa Warraa "Garuu an Kuulanii faanan jira, waan na agarte natti fakkaate 😮"

Haadha Warraa "Maal? Eessa jirta?"

Abbaa Warraa "Mana Daabboo harka mirgaa irra jiru cinaa, Karra bira teenyee."

Haadha Warraa "Turi, amman dhufaa..... 🏃🏃🏃🏃"

Daqiiqa shanitti achi geessee yoo dhabdu....
"Mana Daabboo biran jira, eessa jirta at?"😭

Abbaa Warraa "An bakka Hojiin jira, Daabboo bitiitii gali 🤪🤪


📩 Share 🔼 like 🔴react please🤞

 ?🪡Dubartiin lammii Taayilaand PADAUNG mormishee CM 19.5 dheerata.Kanaanis bara 2018 maqaashee galmee dinqisiisoo adduny...
04/06/2025

?

🪡Dubartiin lammii Taayilaand PADAUNG mormishee CM 19.5 dheerata.
Kanaanis bara 2018 maqaashee galmee dinqisiisoo addunyaa irratti galmeessisuu dandeesseetti.

Saatawwaa jechuun kan akkanaati.

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Xiqiin Dammaarra Mi'oofti posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Xiqiin Dammaarra Mi'oofti:

Share