Dubbachuun dura Hubachuutu caalaa

Dubbachuun dura Hubachuutu caalaa Addunyaa naanna'ee
- hundumaa xiinxala. Abjuudhaan herreegee-
bu'aasaa ilaala.
~~~

07/01/2025

Namni kaayyoo guddaa- maraataa fakkaata.
Yeroo karaa deemus-
kophaa dudubbata.
ilkaan isaatiin seeqee-
sammuun dhukkubsata.
Garaan isa ciinca'ee-
madaa kulkulfata.
~~~

Dhaloota jiillee nuti fellow Yaabirrii!!!Ilmi namaa siifjechaMuka yaabaa bu'aaGariin sumaaf jechaLubbuu dhabee du'aaGari...
28/08/2024

Dhaloota jiillee nuti fellow
Yaabirrii!!!

Ilmi namaa siifjecha
Muka yaabaa bu'aa
Gariin sumaaf jecha
Lubbuu dhabee du'aa

Gariin sibarbaachuuf
Adeemee baargama
Naachaafi qurxummiin
Bakkaattee nyaatama

Siif maatii dhabee
Biyyarraa godaanee
Biyyoota hambaatti
Gidiraan dhiibamee
Namaaf gabra tahee
Namootaaf ergamee
Meeqatu siif jecha
Lubbuun wareegamee
Meeqatu achi buuteen
Lubbuunsaa dhabamee

Namni kufee kahee
Maaliif sibarbaadaa
Ani yeroo hundaa
Kanan taahee yaada??????

Hamma namni martuu
Iddoo sitti laatuu
Isinimmoo yaadattanii
Iddoo ittin laattuu?

Yeroosaan sibarbaadan
Ati eessa jirta?
Namoota hunda
Walqixaanlaaltaa?
Utuu akkastahee
Hiyyeessi maf rakkata?
Mee eessatti hiyyeessi
Soqee si argata?

Soorrssa bira
Akkan jenne bichaa
Yoo akkas tahe
Hindhufu sibarbacha

(𝐀𝐬𝐚𝐥𝐚𝐦𝐮.𝐚𝐥𝐲𝐤𝐮 𝐰𝐚𝐫𝐚𝐡𝐚𝐦𝐚 𝐓𝐮𝐥𝐥𝐚𝐡𝐢  𝐰𝐚𝐛𝐚𝐫𝐚𝐤𝐚𝐚𝐭𝐮𝐡𝑈𝑚𝑚𝑎𝑡𝑎 𝑁𝑎𝑏𝑖 𝑀𝑢𝒉𝑎𝑚𝑚𝑎𝑑 🕌🕌🕌♥ﷺ۞♥🕌🕌    ) kotuu mee Niyyaa kee tolfadhuu Rāsūlla ...
04/10/2023

(𝐀𝐬𝐚𝐥𝐚𝐦𝐮.𝐚𝐥𝐲𝐤𝐮 𝐰𝐚𝐫𝐚𝐡𝐚𝐦𝐚 𝐓𝐮𝐥𝐥𝐚𝐡𝐢 𝐰𝐚𝐛𝐚𝐫𝐚𝐤𝐚𝐚𝐭𝐮𝐡𝑈𝑚𝑚𝑎𝑡𝑎 𝑁𝑎𝑏𝑖 𝑀𝑢𝒉𝑎𝑚𝑚𝑎𝑑 🕌🕌🕌♥ﷺ۞♥🕌🕌
) kotuu mee Niyyaa kee tolfadhuu Rāsūlla 🥰۞ﷺ۞🌹🕋🕋🕋 Rabbii Iràti Sålawãta busii (◉‿◉) ♥️ 🌃🌃)

05/07/2023

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dubbachuun dura Hubachuutu caalaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share